04/09/2026
โ๐ฟ ๐๐๐ก๐ก๐ ๐ง๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐จ๐ ๐ ๐๐ (๐๐ง๐) ๐๐จ๐จ๐๐๐ง๐ ๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐ข๐๐๐ข๐ข ๐ฉบ๐
โGuyyaa Harโa 29/11/2018 Buufata Fayyaa Bolloo keessatti, Kennaa Tajaajila Lammummaa (KTL) qindoomina Waajjira Fayyaa Aanaa fi Buufata Fayyaa Bolloo, akkasumas ogeessota fi hojjettoota dhaabbilee fayyaa waliin taโuun haala hoโaa fi qindaaโaa taโeen gaggeeffameera.
โ๐ง๐ฎ๐ท๐ฎ๐ฎ๐ท๐ถ๐น๐ผ๐ผ๐๐ฎ ๐ถ๐ท๐ผ๐ผ ๐ธ๐ฒ๐ป๐ป๐ฎ๐บ๐ฎ๐ป ๐ธ๐ฒ๐ฒ๐๐๐ฎ๐ฎ:
โ๐น TT Screening: 751 calalaman; 10 case mirkanaaโanii tajaajila argatan.
โ๐น Cataract Screening: 751 calalaman; 19 mature cataract adda baโan.
โ๐น Ultrasound: dubartoota ulfaa 282 tajaajilaman; keessaa 2 twins.
โ๐น Cervical Cancer Screening: 102 calalaman; 2 positive taโanii gara tajaajila itti aanuuf walqabsiifaman.
โ๐น TB Screening: 12 calalaman; 1 positive.
โ๐น IUCD Scale-Up: 7 tajaajilaman.
โ๐น DM & Hypertension Screening: namoota 650-650 calalaman; 3 blood glucose olkaโaa fi 5 BP olkaโaa argaman.
โ๐น HPV & HIV Testing: namoota 80-80 tajaajilaman; HIV keessatti reactive hin argamne.
โ๐น Koonfaransii fi Barumsa Fayyaa: dubartoota 582โf kennamaa ture.
โ๐ Barumsi fayyaa Nutrition, ANC, mallattoo balaa ulfaa, harma hoosisuu, HPN, DM, TB, karoora maatii fi itti fayyadama dawaa sirrii irratti kennamaa ture.
โ๐ Galata guddaa Waajjira Fayyaa Aanaa, ogeessota, hojjettoota Buufata Fayyaa Bolloo, fi hojjettoota Extension Fayyaa hundaa hojii kana milkeessuu keessatti gumaacha taasisaniif.
โ๐ Tokkummaan Humnaa!
โ