Yaa Rabbi

Yaa Rabbi Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Yaa Rabbi, Digital creator, .

24/09/2025

Aboo Fitnaa Zamanaa
Jala Rabbi Najaa SII Haa
Baasuu 😭☝🏻

Mallasaa faarsaa faarsee bulaa nuun jettaa namana 🤔kabajni kabaa manaati abbatu Ofirratti qabata. Abiy Ahmed Ali faarsun...
04/09/2025

Mallasaa faarsaa faarsee bulaa nuun jettaa namana 🤔
kabajni kabaa manaati abbatu Ofirratti qabata. Abiy Ahmed Ali faarsun immoo kabaja
I Love you More than I can say Aabbichuu 🙏

02/09/2025

Namarraa duroomtee rabbi qofatti haajamuun, qananii guddoodha.

Rabbi tola isaatiin si haa duroomsu!

Mootummaan Jijjiiramaa Naannoo Oromiyaa, hojiilee oomishtummaafi qulqullina omisha bunaa irratti hojjateen bu'aa qabatam...
27/08/2025

Mootummaan Jijjiiramaa Naannoo Oromiyaa, hojiilee oomishtummaafi qulqullina omisha bunaa irratti hojjateen bu'aa qabatamaa argamsiisaa jira. Hojiilee gaariin Inisheetivii Bunaan eegalaman akka ittifufaniifi hanqinoota jiranmaqsuuf, omisha bunaa saayinsii, tekinoolojii, ekisiteenshinii, caasaafi hojimaatan deeggaree caalmaatti guddisuuf sochiin kan eegalameedha. Kanaanis toorawwan xiyyeeffannoo 9 inisheetivii bunaa eegalame milkeessuuf oolan adda bahanii jiru:

Address


Telephone

+251910343581

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yaa Rabbi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Yaa Rabbi:

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share