Babile I-Tech

  • Home
  • Babile I-Tech

Babile I-Tech IT -Expert

27/07/2025
🐝 Kanniisa: Gootota lafa hin faarfamne! 🌎✨Sayintistoonni Kanniisni bineensoota addunyaa kanaaf haalaan barbachisan keess...
06/07/2025

🐝 Kanniisa: Gootota lafa hin faarfamne! 🌎✨

Sayintistoonni Kanniisni bineensoota addunyaa kanaaf haalaan barbachisan keessaa isa jalqabaati ja'an. maliif akka ta'e hubachuuf immoo salphaadha jedhu.

🔹 midhaan addunyaa 90% sooran keessaa 70% pulinate godhu.
🔹 Biodiversity deggaruu fi sirni iko (ecosystem)Akka dagaagu taasisu .
🔹 Isaaniin maletti sansalatni dhiheessii nyaata adda cita ture.

Rakkoon guddaan Baay'inni Kanniisootaa sababa qoricha farra aramaatiin, bakka jireenyaa dhabuu fi jijjiirama qilleensaatiin saffisaan hir’achaa dhufeera. 🐝⚠️

Yeroon itti sochoonu Amma!
🌻 Daraaraa biqiltuu kanniisaaf tolu dhaabuudhaan
🚫 Keemikaalota miidhaa geessisaniif lakki jechuudhaan.
💪 Qonna itti fufiinsa qabu deeggarudhaan.

Eegdoota keenya waliin taanee haa eegnuu !
yoo kanniisni hin jiraanne nyaanni hin jiru
yoo nyaanni hin jiraanne Fuuldura hin jiru.

06/07/2025

06/07/2025

Address


Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00

Telephone

+251942230432

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Babile I-Tech posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Babile I-Tech:

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share