Wafi kasim

Oduu Ammee‼️Congratulations once again❤️❤️ Gaazexeessituun Iraan kan yeroo Isr*a'el gamoo TV mootummaa Iraan irratti hal...
26/06/2025

Oduu Ammee‼️

Congratulations once again❤️❤️ Gaazexeessituun Iraan kan yeroo Isr*a'el gamoo TV mootummaa Iraan irratti haleellaa raawwatu sodaa tokko malee kallattiin oduu dabarsaa turte gootummaa yeroo sana argarsiiftef sadarkaa biyyaatti badhaasa fi beekkamtiin guddaan kennameefi jira.

Bilisummaa ummata keetii fi biyya keetiif jabaatte hojjannaan kabajaa guddaa argatta.Beekamtiin kuni sadarkaa biyya Iraanitti kan kennameefi yoo ta'u Liigiin Arabaatis gaazexeessituu tanaaf badhaasa fi beekkamtii guddaa dabalataa akka kennamuuf odeeffamee jira!!

Dhugaa kana caalaatu malaaf...fakkeenya dubartii onnee faaxumaa Nabiitu keessaa mullata! Mashaa Allaah!! Congratulations 🎊

18/05/2025

Sammuun walaalummaan bokoke
Beekumsan beela hin ba'u

Daandiin bu'uuralee misoomaa keessaa isaa jalqabaati, kanaafuu uummata dandii dhabe rakkacha jiru kanaf qaamni dhimmi il...
18/05/2025

Daandiin bu'uuralee misoomaa keessaa isaa jalqabaati, kanaafuu uummata dandii dhabe rakkacha jiru kanaf qaamni dhimmi ilaalu furmaata itti fufinsa qabu haa goodhu!!

Warri 🇵🇸 miidhaa jiraniifi rakkoon adduunyaa kanaa ta'an eenyu akka ta'e ifaPirezidaantii Kooriyaa Kaabaa
18/04/2025

Warri 🇵🇸 miidhaa jiraniifi rakkoon adduunyaa kanaa ta'an eenyu akka ta'e ifa

Pirezidaantii Kooriyaa Kaabaa

28/11/2024

Big shout out to my newest top fans! Sultan Mohammed Hassen

25/11/2024

👉 Beekumsi Yoo Jiraate Waliigaluutu Jira.
● Iimaanni Yoo Jiraate Amaanaa Tiysuutu jira.
■ Ikhlaasni yoo jiraate Of Gad Qabuutu Jira.
□ Ihsaanni Yoo Jiraate Garaa Laafuutu Jira.
☆ Tawakkulli Yoo Jiraate Milkiitu Jira.
♤ Taqwaan Yoo Jiraate Amanamummaatu jira.

Address

Ginnir

Telephone

+251910481091

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wafi kasim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Wafi kasim:

Share