31/10/2025
Lubni jaallatamoon Waaqtolee Oljirraa kitaaba dhaloota kana fayyadu mata duree “Urgooftuu Gaa’eelaa” jedhuun nuuf qabatanii dhufaniiru!
Sambata guddaa sa’aa 8 kaasee sagantaan eebba kitaaba kanaa Buraayyuu waldaa makkaana Yesuus kattaa kan raawwatamu yoo ta’u kitaaba kana bittanii akka dubbistan dhaqxaniis akka eebbistan jaalala obbolummaan isiin gaafanna!!