Abdulemid Ahmed Rashid

  • Home
  • Abdulemid Ahmed Rashid
28/11/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Muslim Abdella Adem, Nasir Hussen, Fantaye Befirdu Geda Jima

22/11/2024
22/11/2024

Yuunivarsitii Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaa, Yuunivarsitii Miizaan Teeppii, Yuunivarsitii Jigjigaa , Yuunivarsitii Hawaasaa , Yuunivarsitii Odaa Bultumiifi Yuunivarsitii Asoosaatti barattoonni lagannaa nyaataafi hiriira balaaleffannaatiin gocha Salaaleetii ta’e akkasumas gochoota Oromiyaa mara keessatti Fiinxaaleyyiin ummata nagaa irratti taasifamaa jiru mormaniiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

📡 MIIDIYAA 📡

- Nama irran yaaduuf yaali !g aruu Namarra beekaadha ofiin hin jedhiin
22/11/2024

- Nama irran yaaduuf yaali !g aruu Namarra beekaadha ofiin hin jedhiin

As wr wb jaalalaan qabamuun carraa hin argamnee dha roorroon jaalala keetii heduu na dhamasee bakkaa ati hin jirre demuu...
21/07/2023

As wr wb jaalalaan qabamuun carraa hin argamnee dha roorroon jaalala keetii heduu na dhamasee bakkaa ati hin jirre demuun mana atii kessaa hin jiree buluun sodaadha Ani fi ati yeroo waggaa tokkoo hin caallef riqiicha jaalala giddu keenyatii rabbiin ha umuu isiini tokko jaalatee malee kan isaan jaltuu kumaatama. Mi'a jaalala jechootaa kanaa nama jalataniif ergaa kan isaanin jaaladha ABDULEMID BAY BAY halkaan garii!juma'a Mubarak!!

24/04/2023

Address


Telephone

+251978609791

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdulemid Ahmed Rashid posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdulemid Ahmed Rashid:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share