Irkoo Multimedia

  • Home
  • Irkoo Multimedia

Irkoo Multimedia Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Irkoo Multimedia, Digital creator, .

Arsenal extended their revival with a merciless 5-1 win over Sporting Lisbon to cement their bid to reach the last 16 of...
26/11/2024

Arsenal extended their revival with a merciless 5-1 win over Sporting Lisbon to cement their bid to reach the last 16 of the Champions League on Wednesday.

24/11/2024

Rashford and Amorim's first fastest Premier League goal of the year came in the 81st second.

24/11/2024

AMMEE Ergaa Kara deemaa irraa

ANA
✍️Naannoo ani jiraadhuu guutummaatti namoota ani argee hin beekneen dhaalamteetti. Konkolaataa gosa addaa addaan naanna'u. Yoo na barbaaddan hin hususiinaa natti himaa hin yaadda'inaa. Du'as ta'u jireenya, uummata keenya gidduutti hundaa keessummeessuuf qophiidha. Kanaaf diinnuummaa keessan dhuma isaa nu duruu beekna, ittuu nutti hin argisiisinaa. Anaaf diinni isa dhugaa koo irraatti naa ajjeesuu fi na hidhudha.kanaaf immoo duutiif hidhaan amma oromiyaa kessatti ta'a jiru du'a kooti. Ani hamman jiruutti dhugaa uummata koo bakka Isheen jirtuu qotee baasuuf duubatti hin jedhu. Yeroo hundaa dhugaa saba koo nan dubbadha. Uummatichaafis nan jiraadha.
🕊️Ani dhuunfaadhaan gaaffii hin qabu. Garuu akka sabaatti dhumaa waan jirruuf, nun ajjeesinaa isiniin jenna. Beekaa; isin kadhachaa jirra. Du'uu waan hin barbaanneef waan baay'ee isin kadhanne. Yoo waan jenne diddan garuu hundaa didnee, diignee isinitti argisiisna. Utuu kadhannuu erga duunee, utuu ajjeesnuu du'uunis salphaa nutti taati.
☺️Uummanni har'a waan nyaatu dhabee, mana keessa jiraatu dhabee, dhuma irra morma isaa dhabaa jiru kun sin teessoo sana irra teessisuuf reeffa dhala isaa irra taa'ee darbeem. Akka ati morma irraa kuchisiistu yoom bare inni😭akka heating ijoollee isaa isa biraatti namootaan gudeedaamtu yoo hubaanne.
🫴Utuu kana beekne bittaa alagaa jalaa ba'uuf, maalif dhala gabbarra. Teessoon nuti keenya jennee, keenya itti ol yaasne utuu hin turiin ormaaf ofiin kiristinnaa of kaase. Nu jibbee nu gane. Gantummaa keessanii fi gadhummaa keessan utuu arginuu dhiiga ofii gannuuree? Jennee waggoottaniif kadhaa keessaniif laga baay'ee lixne, muummee baay'ee qaxxaamurre. Garuu isinitti homaa hin fakkaanne, ammayyuu isa abbaa keessan ajjeesee wajjin nyaattanii dhugdu, waliin nu ajjeestu, qalamuu keenyatti dabballoota keessan qoosistu. Kun immoo nuuf xiiqii guddaa dha,jibba guddaadha,Aarti guddaadha. Morma tokkitti qabnu cituu waan hin barbaanneef. Kanaaf morma keenyaaf mormaachuu murteessine.

🆓Amma mana irra naannoftanii nan doorsisiina. Ani dantaa keessan hin qabu. Silan uummataaf ba'e, durseen dhugaa saba kiyyaaf ba'e, ani guyyaa hundaa uummata koo dubbachuuf humna dhabeef nan dubbadha📢
✍️Dhugaan na biratti dhugaadha. Uummanni isin nuffeera, dadhabeera. Garuu akka isin yaaddan sana miti.
✍️Waan isin yaaddan isin durseen beeka; uummanni kun yoo beela'e, yoo ajjeefame, yoo doorsifame, humna isaa fixatee harka laadhataadhaan akka isin qe'ee keenya diigdan beekna. Garuu hubadhaa mootummaan abbaa irrummaan kana booda oromoo bulchuu hin danda'u. Abbaan duruu ilmaaf obsa, garuu obsi namaa daangaa qaba. Kanaaf adamoo koo dhiisaa. Ani sodaa waan jedhamu isin irraa hin qabu. Isin meeshaa waraanaa qabdu, ani immoo dhugaa uummata koon qaba.
🫴Yoo Wal-balleessuu immoo haaraa miti. Maaddii tokko irraa utuu nyaattanii dhiiga koo, fira koo, obboleessa koo,' Hacaaluu Hundeessaa' hin galaafannee isin.😭 Dhugaa uummataa dubbachuu isaaf gameessicha ilma Oromoo 'Jaal Battee Urgeessaa' hin nyaannee isin.😭 Kanaaf eenyutu isiniif dhugaa isaa dhiisa jettaniitu. Dhugaa keenyaaf bakkee bulaa jirraam dhagaa boraafanne.
Guyyaa tokko ganamaan qotee bulaan gameef kun of irraa isin geggeessa. Isin meeshaa gurguddaa abdattu, nuti immoo dhugaa keenyaaf, Uumaafi uummata keenya abdanna.
✍️Jajjaboodha kan jedhaman mootummoota baay'eetu daaraa botoroo ta'e. Meeqa kan miilla bakar waaree ta'e. Guyyaa tokkicha daaraa botoroo taatu. Kanaaf nu dhiisaa. Uummata keenya gadadoo keessaa baafanna waraana maqaa itti moggaastanii uummatatti gad dhiistan kana nurraa hidhadhaa. Uummata ijoollee keenya isin jedhu kana irraa dhaabbadhaa. Inni hin beeku bishaan ormaan cuubaamtanii akka isin ormoomtan.
🙅Ajjeesaan ajjeesuu hin nuffu yoo ta'e, nuti immoo yeroo malee du'uu hin barbaannu.
🙅Beekaa dhaloonni kun dhaloota Ijibbaataati. Ijibbaata falmanna.

24/11/2024

Ballon d'or 2024 unfairness proof: City 0-4 Spurs @ Etihad to end the English champions' 52 unbeaten home return on Sunday.

23/11/2024

"Sunday. Ipswich. We will be ready." Rubén Amorim

21/11/2024

Stop killing salaalee

Amorim taphattoota sarara fuulduraa Man Utd keessaa tokko buusuun Gyokeres mallatteessisuuf karoorfateera Akka Mirror ga...
14/11/2024

Amorim taphattoota sarara fuulduraa Man Utd keessaa tokko buusuun Gyokeres mallatteessisuuf karoorfateera

Akka Mirror gabaasetti leenjisaan haaraan Maanchistar Yunaayitid Ruben Amorim Jooshuwaa Zirkzee liqiidhaan erguun taphataa Ispoortiin Liisboon Viktor Gyokeres kan yeroo Poorchugaal ture irraa kaasee beeku mallatteessisuun haleellaa Yunaayitid cimsuuf karoorfateera.

Leenjisaan Maanchistar Yunaayitid Ruuben Amoorim jijjiirraa baatii Guraandhalaa irratti taphataa sarara fuulduraa Ispoortiin Liisboon Viktor Gyokeres mallatteessisuun sarara haleellaa kilabichaa jabeessuuf akka xiyyeeffate himameera.

Tarkaanfiin ta'uu danda'u kun taphataa sarara fuulduraa Yunaayitid ammaa Jooshuwaa Zirkzee muuxannoo dabalataa argachuuf liqiidhaan ergamuu danda'a. Kanaan dura Ispoortiin kan hoogganu Amoorim Giyookereesii fi dandeettii isaa sirriitti waan beekuuf taphataa sarara fuulduraa lammii Siwiidin kun haleellaa Yunaayitid irratti xiyyeeffannaa olaanaa taasiseera.

Gyokeres bara kana nama dinqisiise, sirna haaraa leenjisaa Poorchugaal kanaan filannoo fuulduraa Yunaayitid irratti dabalata gaarii ta’ee ilaalama. Gama biraatiin ammoo waadaa agarsiisee garuu Ooldiraafoorditti walsimannaaf rakkachaa kan ture Zirkzee liqiidhaan bakka caalaatti guddachuu danda'utti yoo jijjiire fayyadamaa ta'a.

Yoo milkaa’e tarkaanfiin kun Amorim mallatteessisaa guddaa jalqabaa ta’a, haleellaa Yunaayitid irra deebi’ee bocuu fi gadi fageenyaa fi dandeettii garee kanaaf dabaluu danda’a. Gyokeres fedhii guddaa kan qabuu fi ejjennoo Ispoortiin ammallee waan hin ibsamneef, jijjiirraan baatii Guraandhalaa mul’ata Amorim haaraa isaaf qabuuf murteessaa ta’uu danda’a

🔰 It's been nearly a decade since we've had the luxury of a true, natural left-back consistently in our lineup, and the ...
12/11/2024

🔰 It's been nearly a decade since we've had the luxury of a true, natural left-back consistently in our lineup, and the balance 𝐋𝐮𝐤𝐞 𝐒𝐡𝐚𝐰 𝐚𝐧𝐝 𝐓𝐲𝐫𝐞𝐥𝐥 𝐌𝐚𝐥𝐚𝐜𝐢𝐚 bring to the squad has been sorely missed.
Both players contribute not only defensive stability but also the ability to stretch the play, providing crucial width on the left side. They seamlessly link up with the midfield and forwards, allowing for a more fluid and dynamic approach in both attack and defense.
Now, with Malacia back in action, we hope Shaw’s return is imminent too. This gives 𝐑𝐮𝐛𝐞𝐧 𝐀𝐦𝐨𝐫𝐢𝐦 a huge boost, allowing him to work with a stronger squad that will support his tactics and provide better options for selection.

🔖Welcome Tyrell Mala !💪

©️ Inno Saintman x ©️ SPORTinno

A W in Europe ✅✨
07/11/2024

A W in Europe ✅✨

The victory seems to have continued with United, Manchester United finished 2-0 PAOK.
07/11/2024

The victory seems to have continued with United, Manchester United finished 2-0 PAOK.

We need him but next summer 💪😎😎
07/11/2024

We need him but next summer 💪😎😎

Ruban Amorim 4 -1 Guardiola
05/11/2024

Ruban Amorim 4 -1 Guardiola

Address


Telephone

+251919041928

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Irkoo Multimedia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Irkoo Multimedia:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share