Wabe shabalee

  • Home
  • Wabe shabalee

Wabe shabalee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Wabe shabalee, .

  🖤💔💔 💔💔   ♥️♥️💔💔💔
10/03/2026

🖤💔💔
💔💔
♥️♥️💔💔💔

10/03/2026
RAMADAN KARIIMABAGA ITTIIN GEESSAANHINDII MUSILIIMOOTAAKANNI MILKII ISINIIF HAATA'U 🙏🕋
17/02/2026

RAMADAN KARIIMA
BAGA ITTIIN GEESSAAN
HINDII MUSILIIMOOTAA
KANNI MILKII ISINIIF HAA
TA'U 🙏🕋

😓😓ummata keenyaa buusi kaffaluu diidan jedhanni akkana gochaa jiruu Bara Haati Dhiiraa Mootummaa Abbaa Irreetiin Salphat...
14/10/2025

😓😓
ummata keenyaa buusi kaffaluu diidan jedhanni akkana gochaa jiruu Bara Haati Dhiiraa Mootummaa Abbaa Irreetiin Salphattee!😭

  kaffale Salaalee ona jiddaatti adde   harmee waggaa 57 sababa dhiira deessef rasaasa waraana mootummaa abbaa irree aje...
10/10/2025

kaffale

Salaalee ona jiddaatti adde harmee waggaa 57 sababa dhiira deessef rasaasa waraana mootummaa abbaa irree ajeefamte
badii isaan yoo jiraate dhiira sabaaf yaadu dahuusaanii yoo ta'erraa kan hafe siyaasa miti hubaannoo siyaasatti nama hin qabne turan maatiisaanif jajjabina hawwaa biyyoo biyyaa keenya akka uffata

  anniWaa hundaa irraMiidhaagni.👌🤙
12/07/2025

anni
Waa hundaa irra
Miidhaagni.👌🤙

💥WBOn zoonii kibba baha Oromiyaatti kaadhimamtoota haaraa yeroo dheeraaf leenjii siyaasaaf waraanummaa mooraa lama keess...
25/06/2025

💥WBOn zoonii kibba baha Oromiyaatti kaadhimamtoota haaraa yeroo dheeraaf leenjii siyaasaaf waraanummaa mooraa lama keessatti kennaafii ture fi ogeessotaa siyaasaa(Dabballoota) cinatti Barsiisaa ture bifa hoo'adhaan waxabajjii 10/2025 eebbisuun dirqamatti bobbaasee
Dhaloota jiille jira 💥
jabaan biyyaa ijaara ❤️💚❤️💥🐅
Waa'illi Koo Dhugaadha 🙏💪✊

✍️ Wareegamni qabsoo hin laaffisu.  Sirni nama nyaatanii fi abbaa irree ta'uuf yaalu abbaa gooticha keenya Jaal Sabaa'if...
12/06/2025

✍️ Wareegamni qabsoo hin laaffisu. Sirni nama nyaatanii fi abbaa irree ta'uuf yaalu abbaa gooticha keenya Jaal Sabaa'if kan ta'an Galgoo yeroo dheeraf erga mana hidhaatitti dararaa turtee miidhama irraa hafuu dadhabanii guyyaa kaleessaa wareegamaan addunyaa kanarraa boqatan.😓 💔
Maayyuu maatiin dararaa jala jiraachuu keessa beektonni ni himu. Maatiif jajjabinan hawwa.😭
ni kufaa
itti fufa...

Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa Giddugala Giddugaleessaa Wiirtuu Amantii Waaqeffannaa Finfinneefi Naannawaa Finfinnee, ...
09/06/2025

Hordoftoota Amantii Waaqeffannaa Giddugala Giddugaleessaa Wiirtuu Amantii Waaqeffannaa Finfinneefi Naannawaa Finfinnee, Konyaa Amantii Waaqeffannaa Sooddoo Daaccii, Aanaa Sooddoo Daacciitti kan argamu Koreelee Amantii Waaqeffannaa Galma Malkaa Fincaa'aatti Waxabajjii 01/10/2017 guyyaa naannoo sa’aa saddeeti (08:00) humnoota nageenyaatiin ajjeefaman.😓😓

Jajjabee jaruuf
09/06/2025

Jajjabee jaruuf

Address


Telephone

+251911865318

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wabe shabalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share