ARARA PAGE

ARARA PAGE Yesus hoolaa araaraati,
Agarsiistu karaa jireenyaati
Qopheessaa galma galgalaati
Abbaa firdii dhugaa bara dhumaati

06/07/2025

“Egaa Waaqayyo, Yesus isa isin muka irratti fanniftan kana gooftaadhaa fi Masiihii akka godhe, Israa'eloonni hundinuu utuu hin mamin haa beekan!" jedhe.”
— HoE. 2:36

06/06/2025

ABAARSI SI WALIIN TARKAANFATU HUMNA DHIIGA YESUUSIN SIRRAA HIDHAMEERA! AMEEN!(×3)

01/06/2025

BALBALLI SITTI CUFAMEE; HUMNAAF BARA KEE FIXE,
HUMNA ARAARA WAAQAYYOON
SIRRAA BANAMEERA!!
AMEEN!! AMEEN!! AMEEN!!
Share it👉

29/05/2025

BALBALLI ARAARA WAAQAYYOO AMMAYYUU SAAQAADHA!!!
EGAA KOOTTAA ITTI OL GALLEE HAA ARAARFANNU!!
AMEEN.......
Keessaniif godhaa!!

23/05/2025

YAA WAAQAYYOO!
DACHEE KEENYA DHIIGA OL ADEEMAA DHUGUU AMALEEFFATTEEF ARAARAA!
AMMAS ARAARA SIIN JENNA!

AMEEN (X3)!!

12/04/2025

;
HAR'AS DHIIGA ARAARA KEE ISA HO'AA COBUUN CUBBUU DHALOOTA KANAA DHIQI!
AMEEN! AMEEN! AMEEN!

07/04/2025

GUYYAAN KUN GUYYAA ARAARAA, NUUF HAA TA'U!
AMEEN! AMEEN! AMEEN!

05/04/2025

➭SAFUU (×4)YAA ARAARA KEE
➢MIILTOO KEENYAA
➢FAYYISAA KEENYAA
➢OOLCHAA KEENYAA
➪YESUS!!
➥GALATOOMI JEDHII DARBI!

03/04/2025

YESUS HOOLAA ARAARAA NUUF TA'EE; ABBAATTI NU ARAARSE!
ABBAANIS NUUF ARAARAME!
!_AMEEN!_AMEEN!

01/04/2025

GALAANA ARAARA WAAQAYYOO KEESSA JIRAACHUUN;
AKKA MUKA MEEXXII YEROO HUNDUMAA NAMA LALISIISA!
AMEEN! AMEEN! AMEEN!

ARAARRI WAAQAYYOO YEROO NAMAAF DHUFU;CABAATU GODAANNISA MALEE FAYYA!AMEEN! AMEEN! AMEEN!!
31/03/2025

ARAARRI WAAQAYYOO YEROO NAMAAF DHUFU;
CABAATU GODAANNISA MALEE FAYYA!
AMEEN! AMEEN! AMEEN!!

Address

Nekemte

Telephone

+251935570400

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ARARA PAGE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ARARA PAGE:

Share