FARES tv

FARES tv ፋሬስ የቅባት ወንጌል ዓለም ዓቀፍ ቤተ ክርስቲያን ፋሬስ የቅባት ወንጌል ዓለም ዓቀፍ ቤተ ክርስቲያን ሻሸመኔ እና አዲስ አበባ በእግዚአብሔር ሰው ነብይ ገቢ ጉተማ

22/08/2025
Waaqayyo Guyyaa har'aas yeroo Ajaa'ibsisaa nuuf kennuudhaan Waldaa Idil-Addunyaa dibata wangeelaa Faarees Finfinnee Naan...
17/08/2025

Waaqayyo Guyyaa har'aas yeroo Ajaa'ibsisaa nuuf kennuudhaan Waldaa Idil-Addunyaa dibata wangeelaa Faarees Finfinnee Naannoo Hayaat-49tti argamutti eebba hafuura isaatiin nu eebbisee yeroo namootni baay'een itti eebbifamaniifi gammachuu hafuura qulqulluutiin itti guuttaman ture,isa kana nuuf godhe Waaqayyoof galanni haa ta'u.
ዛሬም እግዚአብሔር በአዲስ አበባ ሃያታ-49 ፋሬስ የወንጌል ቅባት አለም ዓቀፍ ቤተክርስትያን በመንፈሱ በረከት ብዙ ሰዎች የተባረኩበት እና በመንፈስ ቅዱስ ደስታ የተሞሉበት ጊዜ ነበር ይህን ያደረገልን እግዚአብሔር ይመስገን።

Waldaa Idil-Addunyaa dibata wangeelaa Faarees Magaalaa Finfinnee Naannoo Hayaat-49tti argamutti sagantaa guyyaa har'aa i...
10/08/2025

Waldaa Idil-Addunyaa dibata wangeelaa Faarees Magaalaa Finfinnee Naannoo Hayaat-49tti argamutti sagantaa guyyaa har'aa irrattis Waaqayyo yeroo addaa nuuf kennee nu eebbisee jira.
Maqaan Gooftaa haa Eebbifamu !!

በአዲስ አበባ ሃያት-49 በፋሬስ የወንጌል ቅባት አለም ኣቀፍ ቤተክርስትያን ዛሬም እግዚአብሔር ልዩ ጊዜ ሰቶን ባርኮናል። የየጌታ ስም የተባረከ ይሁን!!

Address


Telephone

+251933849599

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when FARES tv posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share