Fuad musaded

Fuad musaded Fuad musaded

Hogganaan gargaarsa UN Israa'el tarkaanfii waraanaa dhaabuun taasifte 'torbaniifi sanaa ol' turuu mala jedhan.https://bb...
28/07/2025

Hogganaan gargaarsa UN Israa'el tarkaanfii waraanaa dhaabuun taasifte 'torbaniifi sanaa ol' turuu mala jedhan.

https://bbc.in/46vZYJ8

Lammiileen Gaazaa beela'an konkolaataa fe'umsaa waan saamaniif konkolaachiftoota balaan mudataaa jiraDabalatasaaf gabaas...
28/07/2025

Lammiileen Gaazaa beela'an konkolaataa fe'umsaa waan saamaniif konkolaachiftoota balaan mudataaa jira
Dabalatasaaf gabaasa kallattii keenya hordofaa.
https://bbc.in/4790UDo

22/07/2025

የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ ሰባት ቢሊዮን 735 ሚሊዮን ብር አጭበረበሩኝ ባላቸው 14 ሰዎች ላይ ክስ ጀምሯል። ባንኩ ከዚህ በፊት ምንም አልተዘረፍኩም ብሎ ሲፎክር ነበር። ዛሬ ግን ሼሙን ሽጦ ክስ ጀምሯል 😀

የሀገራችን ትልቁ የፋይናንስ ተቋም እንዲህ ከሆነ ፣ የባንኩ ሲስተም ይሄን ያህል ደካማ ከሆነ ፣ በዚህ መጠን ከተዘረፈ አስቡት ሌሌውን ?? ... የብልፄ መንግስት በሁሉም ዘርፎች እጅግ ደካማ ስርዓት ነው የምንለው እኮ በምክንያት ነው ....

22/07/2025

Ertiraan humnoota Tigraay leenjisuuf waliigaltee sosso'aa jirti jechuun Obbo Getaachoo Raddaa himan.

Qindoomina qaamolee sadii lola banuuf jedhan jedhaniis ibsaniiru. Kunneen eenyu? Eenyun lolu? Dhihaadhaa!

22/07/2025

🇪🇹🇪🇷 Icciitiin ijoo MM Abiy fi Pir. Isaayyaas dugdaafi garaa godhe maali? Yoo lolli ka'e Itoophiyaa waliin eenyu hiriiruu danda'a?

Ertiraa birawoo? Hunda asii argattu. 👇

11/07/2025
11/07/2025

Address

Badesa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fuad musaded posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Fuad musaded:

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share