Gutu Dafis A/Fita

Gutu Dafis A/Fita Gutu Dafis Aba fita Gutu Dafis Aba Fita

Kabajamoo obbo Meseret Hailu Gerbi. Goota misoomaaf nageenyaa godina jimmaatti.Paartiin Badhaadhinaa Paartii madaala een...
06/04/2025

Kabajamoo obbo Meseret Hailu Gerbi. Goota misoomaaf nageenyaa godina jimmaatti.

Paartiin Badhaadhinaa Paartii madaala eenyummaa Biyyaa, Sabaa fi namaa wol qixxummaan ilaaluun eegaa deemuu fi kaba namummaaf iddoo guddaa qabuudha.gaggeesitoota qaqaliin kan hogganamaa jiruu fi guyyaa guyyaatti jijjirama guddaa fiduun hawaasa keenya bu'uura irraa jijiraa jiruuddha.gubbaadha hanga gadjallaatti beektootaan hogganamuun dinaagdee biyya keenyaa fuulduratti kan ceesisaa jiruudha.Hoggantoota kaneen keessaa tokko I/G waajjira paartii Badhaadhinaa Godina Jimmaa kabajamoo obbo Hailu Gerbi Hooggansa bilchaata,Kan hojiif hojii qofaan nama madaalanuu,namaa madaala waa hundaa eegun beekamuu fi Kan baayyee kabajnu,Kan baayyee jallannuu fi Kan baayyee kabajnuudha.Obbo Meseret fakkeenya hoggansa badhaadhinaati. Dandeettiin isaan qaban Beekuumsaan,Ilaachaan fi Gochaan yeroo hundumaa hojii fakkeenyummaa guddaa qabu hojjattu.akkaataan sirna deeggarsaaf hordoffii isaanii illee sadarkaa kamittuu hawaasati siquun itti deeggaranuu kan irraa baratamuudha.Goota misoomaaf nageenya godina jimmaa kabajamoo Obbo Meseret Hailu. Yoomiyyuu isinii wojjiin jirra nuuf jiraadha.Highlight.

Bunnii dinaagdee biyya keenya keessatti gahee Ol aanaa qaba.kanaaf bunaaf xiyyeeffannoo guddaa kennuun murteessadha.
11/08/2024

Bunnii dinaagdee biyya keenya keessatti gahee Ol aanaa qaba.kanaaf bunaaf xiyyeeffannoo guddaa kennuun murteessadha.

Qulqullinnii waan hunda caala.
29/04/2024

Qulqullinnii waan hunda caala.

Tokkummaa
28/04/2024

Tokkummaa

27/02/2024



Daawwannaa Hojii gaggeefameetti hoggantootnii Naannoole Ollaa irraa dhufan gammada tura.Hojii boonsa hawaasa keenya fayy...
28/10/2023

Daawwannaa Hojii gaggeefameetti hoggantootnii Naannoole Ollaa irraa dhufan gammada tura.Hojii boonsa hawaasa keenya fayyadu hojjachuun cimee itti fufu qaba.

10/06/2023
31/05/2023

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gutu Dafis A/Fita posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Gutu Dafis A/Fita:

Share