Macafaa Qulqulluu Haa Qoaannu:, Dhalotaa Ha Barsisnuu:,

Macafaa Qulqulluu Haa Qoaannu:, Dhalotaa Ha Barsisnuu:, Yesus balbala jireenyati.

18/09/2025

Well come to my channel and thank you for watching this video! Please share and subscribe for more gospel song videos!Singer - Solomon Adugna (0920583990)Tit...

Itti  eebbifamaa!
14/09/2025

Itti eebbifamaa!

"QURMAA "is a powerful Gospel song by Belay Ajema, celebrating the unmatched strength and glory of God. With heartfelt lyrics and soul-stirring vocals, this ...

14/09/2025

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

14/09/2025

irraa:-
Bakka jirtanitti nagaan Gooftaa isiniif haa baay'atu.
Waltajjiin Waggaa Kan Walii galaa Fulbaana 6/2018 (Kibxata) tti bifa addaatiin qophaa'ee jira.
Magaalaa - Buraayyuutti
Bakka - Waldaa Biraana Kiristoos Buraayyuutti.
Yeroo - Ganama sa'a 2:30 tti eegala.
Guyyaa guutuu geggeeffama.

hojii baa 2017
bara 2018
Daarikteeraa fi koordineeterootaa.
Wal jijjiirraa


dungoo wangeelaa qabsiisuu
Kkf
Hubachiisa!
Guyyaa 1 qofa geggeeffama. Nama fedha qabu hundumaa afeeraa fidaa kottaa.

09 17 36 67 77
09 11 33 2621
0912 68 13 65
Share.
!

Namoonnii argamuu dandeessan  irratti hirmaadhaa!
14/09/2025

Namoonnii argamuu dandeessan irratti hirmaadhaa!

04/09/2025
04/09/2025
21/11/2024

Imimmaan Haadha Oromoo garuu itti caalee lola’e malee tasumaa hin qoorre.!
Salaalee 💔💔💔

Yeroo dheeradhaa kaasee dugda duuba faarfannaa afaan oromoo duuba Kan jiru hojiinsaas akkuma maqaasaatii  urga'aa Kan ta...
09/11/2024

Yeroo dheeradhaa kaasee dugda duuba faarfannaa afaan oromoo duuba Kan jiru hojiinsaas akkuma maqaasaatii urga'aa Kan ta'e QUMBI PICTURES Waggaa 7 Oliif hojii boonsaa ojjachuun jaallatamummaa guddaa Kan argateedha maarre ammas bifa haaraadhaan hojii kanarra caaluu ojjachuuf bifa haaraan achii as ba'eera
bara hojii gaarii siif haata'u fiqeekoo obboleessa jaallatamaa baayee si jaalanna♥️♥️🙏🙏

Biyyoota Afriikaa Hordoftoota Amantii Kiristaanaan sadarkaa 1-10 qabatan:- 10ffaa: Angoolaa miliyoona 17.19ffaa: Gaanaa ...
09/11/2024

Biyyoota Afriikaa Hordoftoota Amantii Kiristaanaan sadarkaa 1-10 qabatan:-

10ffaa: Angoolaa miliyoona 17.1

9ffaa: Gaanaa miliyoona 22

8ffaa: Madagaskaara miliyoona 22.3

7ffaa: Ugaandaa miliyoona 29

6ffaa: Tanzaaniyaa miliyoona 31.3

5ffaa: Keeniyaa miliyoona 38

4ffaa: Afriikaa Kibbaa miliyoona 53

3ffaa: Ripaplika dimookiratik Koongoo miliyoona 63.1

2ffaa: Nayijeeriyaa miliyoona 74

1ffaa: Itoophiyaa miliyoona 92

Hubachiisa: Baay'inni maqaa hordoftoota Amantii Kiristaanaa kan waamaman walitti ida'ameetu!

Address

Asella

Telephone

+251918889603

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Macafaa Qulqulluu Haa Qoaannu:, Dhalotaa Ha Barsisnuu:, posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share