
13/08/2023
Hayya 7/2015
Godina Harargee Bahaatti gamaaggama Baasiilee Maallaqa Mootummaa godhameen waajjirri Maallaqaa Aanaan Aanaalee Horsiisee Bulaa 5 keessaa 1ffaa Aanaalee waliigalaa keessaa 5ffaa Bahuun badhaafame. Aanaan Gola Odaa
Sadarkaa kana kan argate
0
0
ykn nagative baroottan dabanii 0
herregichaarratti hojii boonsaa hojjatameen tahuun waltajjicharratti ibsameera.kana Malees Aanaan Gola Odaa piroojektiiwwan sadarkaa Aanaatti hojjataman Qulqullinaa fi saffisaan baasii karoorfamern xumuruu danda'uu isaatiin jajameera. I/G/Waajjira Maallaqaa Aanaa Gola Odaa obboo badhaasa kennameef aalchisre yaada kennaniin badhaasni kun ifaajee hedduun kan dhufee fi kuufama baasii baroota hedduuf wal eegan maqsinee kanaaf gahuu keenyaaf gammachuun koo dachaadha jedhanii kana caalaa hojjachuuf baasii Mootummaa sirnaan hogganuun murteessaa waan taheef badhaasni kun hojii caalmaatiif na kakaasa jedhaniiru. Hojiin kun akka milkaa'u qaamota yaadaa fi gorsaan na tumsaa turan hunda nan galateeffadha jedhaniiru. gabaase.