ARKA MEDIA

ARKA MEDIA Arkaan Argaa ummataati!

 -2
16/02/2025

-2

 -2 Hundee FagooWaltajjii Barii 2ffaan iddoo keessumoonni shikhan fi daa'iiwwan Gurguddoon Argamanitti Bifa buhaarsaa fi...
16/02/2025

-2
Hundee Fagoo

Waltajjii Barii 2ffaan iddoo keessumoonni shikhan fi daa'iiwwan Gurguddoon Argamanitti Bifa buhaarsaa fii gammachiisaa taheen gaggeeffameera!

Sagantaa Barii 2ffaa
Suuraadhan!

Galatoomaa!🤩

WALTAJJII BARII 2FFAA GUYYAAN BOORU! WAARE BOODA SA'AA 07:00 irraa jalqabee wal arkaan keenya galma gidduu gala Aadaa Or...
14/02/2025

WALTAJJII BARII 2FFAA

GUYYAAN BOORU! WAARE BOODA SA'AA 07:00 irraa jalqabee wal arkaan keenya galma gidduu gala Aadaa Oromootti haa tahu isiniin jennaa

Jumu'aa Gaarii

Caalaa Ilma Namaa Muhammad Irratti Salawaata Buusaa
{Sallaallaahu Aleyhi Wasallam}

Isin hin dabrin

14/02/2025

2ffaa
🌅🌅🌅
Waltajjii BARII jedhu Afaan Oromootiin Marsaa 2ffaadhaaf Haala Adda Taheen.
🗓 Gaafa Guyyaa Sabtii (Sanbata Xiqqaa) 08/06/2017
⏰ Waaree Booda 7:00 Irraa Eegalee
🏢 Galama Giddu Gala Aadaa Oromoo Istaadiyeemii Finfinne Fuulduratti Argamutti


Hooggntoonni, Du'aatonni, Namoonni Bebbeekkamoon gara garaa Argamanitti


Si'ataa fi Hoo'aa ta'een Akkasuma Barii 1ffaa Irra Fooyya'aa Haala taheeen Ni Geggeeffama


Hawaasni Keenya Hundi Kan Finfinnee fi Kutaalee Oromiyaa Hunda Keessatti Argamtan Sagantaa Seena Qabeessa Kanarratti Affeeramtaniirtu.

:-
Waltajjii Kana Irraa Hafuu Mitii Barfachuun Nama Gaabbisiisa



BARII-2 HUNDEE FAGOO GUYYAAN: SANBATA XIQQAA 08/06/2017IDDOON: GALMA GIDDUUGALA AADAA OROMOO,FINFINNEE
07/02/2025

BARII-2
HUNDEE FAGOO

GUYYAAN: SANBATA XIQQAA 08/06/2017
IDDOON: GALMA GIDDUUGALA AADAA OROMOO,FINFINNEE

🌅🌅 🌅🌅Waltajjii BARII  jedhu Afaan Oromootiin    Marsaa 2ffaadhaaf Haala Adda Taheen.🗓 Gaafa Guyyaa Sabtii (Sanbata Xiqqa...
05/02/2025

🌅🌅 🌅🌅
Waltajjii BARII jedhu Afaan Oromootiin Marsaa 2ffaadhaaf Haala Adda Taheen.
🗓 Gaafa Guyyaa Sabtii (Sanbata Xiqqaa) 08/06/2017
⏰ Waaree Booda 7:00 Irraa Eegalee
🏢 Galama Giddu Gala Aadaa Oromoo Istaadiyeemii Finfinne Fuulduratti Argamutti


Hooggntoonni, Du'aatonni, Namoonni Bebbeekkamoon gara garaa Argamanitti


Si'ataa fi Hoo'aa ta'een Akkasuma Barii 1ffaa Irra Fooyya'aa Haala taheeen Ni Geggeeffama


Hawaasni Keenya Hundi Kan Finfinnee fi Kutaalee Oromiyaa Hunda Keessatti Argamtan Sagantaa Seena Qabeessa Kanarratti Affeeramtaniirtu.

:-
Waltajjii Kana Irraa Hafuu Mitii Barfachuun Nama Gaabbisiisa



Jumu'aa Gaarii🌅 🌅 Yeroo Dhihootti    🏞Finfinne🌇 Caalaa Ilma Namaa   Muhammad Irratti Salawaata Buusaa{Sallaallaahu Aleyh...
31/01/2025

Jumu'aa Gaarii
🌅 🌅
Yeroo Dhihootti
🏞Finfinne🌇
Caalaa Ilma Namaa Muhammad Irratti Salawaata Buusaa
{Sallaallaahu Aleyhi Wasallam}

26/01/2025

YAADA ULAMAA'II SHEEKKAN USTAAZOOTAA FI HAYYOOTA BARII 1FFAA IRRATTII

BARII 2FFAA DHIHOOTTI!

BAGA IID AL ADAHA BARA 1445H TIIN ISINIIN GAHE!!እንኳን ለ1445ኛው ኢደል አረፋ በዓል በሰላም አደረሳቹህ
16/06/2024

BAGA IID AL ADAHA BARA 1445H TIIN ISINIIN GAHE!!
እንኳን ለ1445ኛው ኢደል አረፋ በዓል በሰላም አደረሳቹህ

Wanti nuti Akka Arka Multimedia fi Kebor Multimedia'tti bira dabaruu hin feene Qophii Barii 1ffaa kan giddugala galma aa...
12/03/2024

Wanti nuti Akka Arka Multimedia fi Kebor Multimedia'tti bira dabaruu hin feene Qophii Barii

1ffaa kan giddugala galma aadaa oromootti qopheessine hoggantootaafi Poolisii Oromiyaa akkasumas hojjattoota galmaa baayyee galatoomaa jachuu barbaanna, qophiin Barii 1ffaan Galmi keenya tahuu Isaa guyyaa itti mirkaneefannee dha !!!

11/03/2024

Tokkuumaan keenyaa yoomi ibsamaa
Hanga yoomiin jibbaan faarfaamaa
Sabaaf bifaan gargar hiin baanuu
Musliinmi guutuun obboolumaa

Humni guddaan irreen hin cabnee
Kan filannoo biraas hin qabnee
Gamtoomaadhaa daandiin jireenyaa Kan uutubaansaa kufeene cabnee ....

Dhihootti

Address


Telephone

+251939551053

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ARKA MEDIA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to ARKA MEDIA:

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share