05/08/2026
Ammayyuu Teelegiraamin namoota baay'ee hack ta'aa jira. Osoo homaa hack ta'uu isaa hin beekin kanuma namaaf ergaa erginu of argina. Akkamitti hack ta'uu keenya barra? Akkamitti ofirraa eegna? Guutuu isaa koomentii jala ilaalaa!