3B Media

3B Media Oduuf odeeffannoo bakka tokkotti

19/07/2025

Kabajaa fi dalgee abbaatu of jala kaa'a.

Dhageesseetta.

18/07/2025



Mootummaan daandii cufamee ture akka banamu taasisee jira. 👇👇🙏

🙈🥰☺️




26/06/2025

Eenyummaa yeroo keessanii sirrii ta'ee yeroo kootii dogoggora ta'u hin qabu.
Kalas Liqimsi

Mootii hattuu tokkotu ture, ilmaansaa miti sareensaayyuu foon malee waa biraa hin nyaatani. Maatiin mootichaas, sareenis...
24/06/2025

Mootii hattuu tokkotu ture, ilmaansaa miti sareensaayyuu foon malee waa biraa hin nyaatani. Maatiin mootichaas, sareenis horii harkaqal’eeyyii saamamee guyyuu qalamuufiin of bokoksanii deeffachaa yoo deeman mul’atu.

Maanguddoon biyyaa taatee kana ija hubannaan ilaalan saree foon quufee karaa darbaa nama dhorku, guyyuu foon malee hin nyaanne qaamaanis hanga arbaa gahu kanatti gaddanii “Buqqeen barri kenneef dhagaa cabsa jedhani maal dubbanna safuudha’’ jedhu turan.

Mootiin kun maal ta’uusaati loon harkaqal’eeyyii qalee harka duwwaa isaan hanbisee osoo maatiinsaa hinhafiin sareesaallee foon muree nyaachisuun sirriidhaa? Sirrii miti namni akka horii nyaatu gaafa akka namaa nyaate isa dhiba jedhama. “Kanaaf bara hinbeekanii saree kana akaayii barsiisaa” jedhan maanguddoon kun.

Sirni sirna nyaatee barri qabeenya namaa saamanii itti of bokoksan hafnaan mootiin kaleessa dheengadda akka dhulaandhulaa ummata xuuxaa ture yoo dhabamsiifamu sareen foon nyaachuu bare mar’ummaan buusee gururi’uun daandiirra deemuu eegale.

Akaayii jala keenyaanis homaa fuunfachuu dide, isa kaleessa qabeenya namaa golaa baasanii qalanii nyaataa turan sana har’a argachuu miti yaaduunuu dhorkaa ta’uusaatiin sareen gururi’aa du’aaf of saaxile.

Akkuma maanguddichi jedhan osoo dur akaayii bareera ta’ee bara bahuu danda’aayyu. Waan akka baran mitii akka baraa bulu jedhameefis sareen foon malee waan biraa nyaataa hinturre akaayiidhaan bara bahuu dadhabee du’asaa dhaqe jedhama.

Yakka Goyomsuu Qote Bulaa irratti namicha raawwate.Namni suuraa irraa kun Ayyaanewu Aalaamirroo jedhama .Jiraataa Magaal...
17/06/2025

Yakka Goyomsuu Qote Bulaa irratti namicha raawwate.
Namni suuraa irraa kun Ayyaanewu Aalaamirroo jedhama .
Jiraataa Magaalaa Finfinnee yeroo ta'u hojii taaworii hojjechuuf gara GIA Booritti kan dhufeedha,Maalree Qote balaa birrii taaworii fudhatan iiraataa Aanaa Aallee Guumaroo kan ta'aniin walitti kan siqu yeroo ta'u isaan Manan ijaarradha jedhanii yeroo ittiin mariyatanitti innis kottu Finfinnee deemnee simmintoo bittee fiddee asitti gurgurtee bu'aa isaatiin Mana ijaarrattaatii Maallaqa isa kanaan hin ijaarin jedhee amansiisee qote bulaa kana fuudhee gara finfinneetti qajeelan.
Sana booda achi erga gahanii nama tokko itti fidee inni kun abbaa qabeenyaa kaampaanii simmintooti jedheenii qarshii 500,000 account namichaarratti karaa baankiitiin dabarsisiisee jira isaafis ragaan slep mana baankii jira.
Eerga kan goosisee booda kan fe'iisaa jedhe qarshii 150'000 immoo gara ofiisaatti dabarsiisee ati gali feamee siif dhufa jechuun qote bulaa kana xiyaaraan galeche.
Isaanis galanii naaf hin ergituu yeroo jedhaniin shifeeriin fidee si dhabee gurguree waan galeef lafaa siif ergina jedheenii booda eerga bilbila cufatee badee torbee 2 xumuree jira.
Maalree namni suuraa irraa argitanu kun Yakka Goyomsuu Sanuu Qote Bulaa irratti raawwatee badee waan jiruuf nama nama kana bakka argetti naaf qabsiiseef gatii dadhabbii isaa Nan kaffalaaf lammii koo na deeggaraa jedhu.
Share gochuudhaan akka namichi kun qabamuuf nu gargaaraa.

14/06/2025

pls insert sim2🙈

01/06/2025

G'indoon nagaadha minii?

Yem Mettu lij yetim hageru nwLeencoo
24/05/2025

Yem Mettu lij yetim hageru nw
Leencoo

24/05/2025

Waa'ee G'indoo barates
Uumamnisaas G'indoo
Ilaalchisaas G'indoo
Baraanuu waan qaroomu natti hin fakkaatu G'indoon

Address


Telephone

+251917112233

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when 3B Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to 3B Media:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share