Dani el

Dani el You can get Neutral news from my page
Odeeffanno waan hunda gidduu galeefate

Green mood
29/10/2023

Green mood

JAALLADHEERA DHUGAA
29/10/2023

JAALLADHEERA DHUGAA

25/01/2023
24/01/2023

Baadoo hood 😤

Best pic of today
22/01/2023

Best pic of today

Eebbifami docter nafyad
22/01/2023

Eebbifami docter nafyad

17/12/2022

W

Nagaan boqodhaa
08/12/2022

Nagaan boqodhaa

lubaa ballina saarkaa Bara Kanaa Ture!

✍"Ijoolle ani waggaa 62 guutuun wangeela lallabe. Kun immoo ulfina guddaadha. Baroota kana hundumaa keessatti immoo saba Oromoo sabni biraan itti balleesse malee, Oromoo saba biraatti balleesse argee hin beeku. Nan beeka nuti arguu dhiisuu dandeenya. Isin dhaloonni kun garuu saba kanaaf barri bilisummaa dhufee uffee ni jettuu hin shakkinaa. Tasumaas abdii hin kutina. Anaa fi namoota na fakkataniif garuu gara galgalaati. Duuti kana boodaa anaaf boqonnaadha. Amanaa isiniif darba. Sabichaaf bara ifaatu dhufa. Rakkoon amma kana baayyatu eessatti godaanes jedhamee ni dubbatama!" nuun jedhan baruma kana.

Isiin hammaa turtaanittti dhugaadhaaf jiraattanittu !🙏

KARRA FINFINNEE SHANAN1   yoo tahuu karra kanaan warra gondor,bahirdar,salalee,fiiche,garba gurracha fa'aatu ittin seena...
30/07/2022

KARRA FINFINNEE SHANAN
1 yoo tahuu karra kanaan warra gondor,bahirdar,salalee,fiiche,garba gurracha fa'aatu ittin seena.. anumtuu yeroo tokko ittin finfinnee seenera
2 ..karaa kana warra jimmaa, walqixxee fi kkf fa'aatu ittin fnifinnee seena
3 ..yo tahu karaa kana warar dabire birahan fa'atu ittin seena
4 qaalliti yoo tahuu warra karaa oromiyaa baha jiraantu ittin seena jechuudha
5 yootahu warra lixa, wallagaa, akkasumas shawaalixaatu ittin finfinnee seena jechuudha. Ani akka dhuunfaakoti karra kanaan yeroi hedduu finfinne seenera.

Address

Nek'Emte
Welega

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dani el posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share