Abbaa cibiraa

Abbaa cibiraa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abbaa cibiraa, Digital creator, Shambu, Welega.

Follow share like godhaa Abbaa cibiraa obbolaa keessaniin gahaa
12/11/2023

Follow share like godhaa Abbaa cibiraa obbolaa keessaniin gahaa

𝐁𝐞𝐞𝐤𝐬𝐢𝐬𝐚Manni Murtii Ol’aanaa Magaalaa Adaamaa gitoota hojii banaa Kabachiisa Sirna Dhaddachaa, Opireetara Iskaanaraa HU...
12/11/2023

𝐁𝐞𝐞𝐤𝐬𝐢𝐬𝐚

Manni Murtii Ol’aanaa Magaalaa Adaamaa gitoota hojii banaa Kabachiisa Sirna Dhaddachaa, Opireetara Iskaanaraa HU, Waardiyyaa fi Hojjetaa Biqiltuu, fi Qulqulleessituu Manneen Murtii Aanaalee Kutaa Magaalaa Adaamaa qaban irratti hojii barbaaddota wal-dorgomsiisee dhaabbiin qaxaree hojjechiisuuf beeksisa qaxaraa baasuun isaa ni yaadatama. Bu’uuruma kanaan, dorgomtootni gitoota hojii armaan olitti ibsaman keessaa kanneen gitoota hojii Kabachiisa Sirna Dhaddachaa, Waardiyyaa fi Hojjetaa Biqiltuu, fi Quiqulleessituu irratti dorgommiif galmooftan ilaalchisee calalliin duraa gaggeeffame akka itti aanee jirutti ibsameera.

1) Dorgomtootni gita hojii Kabachiisa Sirna Dhaddachaa irratti kanneen maqaan keessan armaan gaditti ibsame Roobii gaafa 05/03/2016 waaree dura sa’aatii 3:00 carraa kan kaastan yoo ta’u, dorgomtoota carraan baheef qormaanni barreeffamaa guyyuma sana jechuun gaafa 05/03/2016 waaree booda sa’ aatii $:00 tti kan kennamu ta’a.

2) Dorgomtootni gita hojii Waardiyyaa fi Hojjetaa Biqiltuu irratti kanneen maqaan keessan armaan gaditti ibsame qormaata barreeffamaa gaafa 05/03/2016 waaree booda sa’aatii 8:00 tti kan fudhattan ta’a.

3) Dorgomtootni gita hojii Qulqulleessituu I irratti kanneen maqaan keessan armaan gaditti ibsame qormaata barreeffamaa gaafa 05/03/2016 waaree booda sa’aatii 8:00 tti kan fudhattan ta’a.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: Dorgomtootni hundinuu bakka kanaan dura galmooftanitti waraqaa eenyummaa keessan ibsu qabattannii sa’aatii jedhametti dhiyaachuu qabdu.

Iddoo qormaanni barreeffamaa gitoota hojii sadeen olitti ibsamee kan kennamu mooraa Mana Murtii Ol’aanaa Magaalaa Adaamaa Galma Walgahii lakk. 32 tti ta’a.

Odeeffannoo abalataaf lakkoofsa bilbilaa:-
022 1 11 77 98

Abbaa cibiraa follow godhaaGeebni fuudhame🏆 🏆✊Dorgommii tapha kubbaa miilaa garee Angaa’ota fi Aartistoota jiddutti gagg...
10/11/2023

Abbaa cibiraa follow godhaa
Geebni fuudhame🏆 🏆✊

Dorgommii tapha kubbaa miilaa garee Angaa’ota fi Aartistoota jiddutti gaggeeffamaa tureen gareen angaa’ota 7:4n injifatanii geeba guddichaas kaasanii jiru. kabajamoo kantiibaan magaalattiis goolii 3galchuun hojjatee (One of the match) jedhamee jira.

gareen Angaa’otaa BM/Dirree Dhawaa geeba guddicha fuudhaniin yaadannoo akka nuuf tahu jachuun haadha manaa Dr. art Ilillii birraaf dabarsanii laatanii jiru. 🥰
akkauma suuraa irratti argitaniin geeba lammaffaas gareen Aartistootaa yaadannoo gaarii nuuf haa tahu jachuun Abbaa keenya,hayyuu haasofni isaanii hin quufamne art. laatanii jiru.🥰

Gaafa quxusuun hangafa ofii akkanaan kabajee qooda kaahuf arguu caalaa maaltu nama gammachiisa.

ammaas waliif jiraadhaa


HubachiisaJaal Marroon gameessa qabsoo isa ati yaaddu caalaa dachaa hedduu bareechee yaaduu danda'u dha. Waay'ee qabsoo ...
09/11/2023

Hubachiisa

Jaal Marroon gameessa qabsoo isa ati yaaddu caalaa dachaa hedduu bareechee yaaduu danda'u dha. Waay'ee qabsoo fi waay'ee eenyummaa ilmaan OPDO gadi fageessee beeka. Shiraaf daba jaraa qola irraa quncissee hubata. Kaayyoo ganamaa ABOs ta'e fedhii uummata Oromoo eenyuun caalaa galmaan ga'uuf aarsaa lubbuu kumaatamaa itti wareegee daandiirra jira. Inni gufuu bilisummaa buqqisuuf dhagaan inni gala hin galchine hin jiru. Hubataa hubannaan isaa Heeraa fi seera Dhaaba ABO keessatti hundee jabaa ijaarrate dha. Inni qofaa isaa osoo hin taane hoggansa ABO WBO biyya keessaaf alaan waan godhu godha. Waan inni godhus waan akka tasaa sitti hin fakkaatiin. Kanaafuu uummanni keenya hoomaa shakkii hin qabaatiinaa jechuun barbaada.
Share gochuun hawaasa keenyaan ga'aa!

Address

Shambu
Welega

Telephone

+251934331304

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa cibiraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share