02/09/2025
================================
Dhufaa darba hin aadu abukaattoon qaba kan anaaf dubbatu
Baay'atus goolamni kan nagaa naa hin laannee Fiigee miilli na hin qallatu
oolaantummaa qaabaa iinni naarra jiiruu loolat beekamaadha
kan duraa dhaabbaatuu tookkollee hin jiiruu goota harka hin laanneedha!
================================
# # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # #