Abbaa Boruu Afatuu

Abbaa Boruu Afatuu Sammuu gaarii hin yaanne baattee, jiru gaarii jirachu hin yaadin!!!

26/11/2025
09/10/2025
02/10/2025
PHISHING(Fiishiing) beektuu?▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬Yeroo ammaa kana business application fi social media kamuu cabsanii seenuun...
24/07/2025

PHISHING(Fiishiing) beektuu?
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

Yeroo ammaa kana business application fi social media kamuu cabsanii seenuun salphaa miti. Haa ta'u malee namoonni "access" application keenyaa barbaadan tooftaa hannaa 'phishing' jedhu fayyadamu. Fakkeenyaaf facebook password kee hatuu yoo barbaadan, link 'www.faceboook.com' jedhu sitti ergu. Ilaali "o" sadii qaba. Gaafa bantu fuullisaa Facebook isa sirrii faana wal fakkaata. Ati facebook isa sirriidha jettee 'username' fi 'password' kee itti galchita. Yeroo sana 'username' fi 'password' kee gara nama sanaatti erga.

Egaa bank account keenyaa fi kanneen kana fakkaatan illee haaluma kanaan hatuu danda'u. Kana gochuunis waan salphaa namni beekumsa computer programming qabu kamiyyuu gochuu danda'udha. Kanaaf link nutti ergamu kamiyyuu banuun dura sirriitti ilaaluun dirqama.

Hashtag kana hordofaa ilaalaa 👇



▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

Barruuwwan akkasii yeroo yerootti argachuuf page keenya follow godhaa. Namoota jaalattaniifis qoodaa.


Address

Borena
Welo

Telephone

+251916634303

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Boruu Afatuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abbaa Boruu Afatuu:

Share