Osama Edris

Osama Edris Well come to Osama Edris Official page.
✍️1,Fidaaka😍Abi🦋Waa❣️
Ummi🥰Yaa💚Rasuulallah🦋۞ﷺ۞😘!
✍🏻2,𝐒alluu💚𝐀laa🥰Nabi 😍ﷴ💞ﷺ
.

 🙏🤔Waan Feete Hojjachuuf Yoo Rabbii Hin Sodaatina Nama Sodaaf Hojjachuu Hin Dhaabin.Namnis Jireenya Ofii Jiraata Atis Ji...
20/01/2026

🙏🤔
Waan Feete Hojjachuuf Yoo Rabbii Hin Sodaatina Nama Sodaaf Hojjachuu Hin Dhaabin.Namnis Jireenya Ofii Jiraata Atis Jireenyuma Ke Jiraatta. Namni Womas Siif Hin Dabaluu Sirraas Hin Hirdhisu. Ammas Namni Jireenya Ke Si Woliin Jiraattu Hin Jiru Waan Taheef

✓Jireenyi Kee Akka Gallaanatti Ykn Laggeenni Tahuu Qabaa Hamma Bakka Yaadde Geesutti Deemsa Ke Hin Dhaabin. Yeroo Kamiyy...
26/12/2025

✓Jireenyi Kee Akka Gallaanatti Ykn Laggeenni Tahuu Qabaa Hamma Bakka Yaadde Geesutti Deemsa Ke Hin Dhaabin. Yeroo Kamiyyu Waan Gaari Namaaf Yaadi
✓ Namoota Yaada Negative Qabna Irraa Fagaadhu.🙏

23/12/2025
𝐃𝐚𝐚𝐧𝐠𝐚𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮:-■𝟭. 𝗙𝗶𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶Hanga fira kee jaallattu, jecha isaan jettuu fi gocha isaaf gootu keessatti daan...
23/12/2025

𝐃𝐚𝐚𝐧𝐠𝐚𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐚𝐝𝐡𝐮:-

■𝟭. 𝗙𝗶𝗿𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶
Hanga fira kee jaallattu, jecha isaan jettuu fi gocha isaaf gootu keessatti daangaa qabaadhu.

■𝟮. 𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶:-
Humnaa ol hojjachuun of dararuu fi humna kee qusachuun waan siin hin malle argachuu keessatti daangaa qabaadhu.

■𝟯. 𝗚𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂 𝗳𝗶 𝗚𝗮𝗱𝗱𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶:-
Yoo gammaddes keessa hin darbin /hin tarin. Yoo gaddites fagaattee hin deemin.

■𝟰. 𝗪𝗮𝗹𝗱𝗵𝗮𝗯𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶:-
Nama tokkoon yoo wal dhabde sababuma irratti wal dhabde sanitti gabaabbachuu yaali. Saniin ala garuu daangaa walitti dabruudha.

■𝟱. 𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗝𝗶𝗯𝗯𝗮 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶:-
Nama jaallattuu fi jibbitus daangaa qabaadhuuf. Rabbiif jecha jaalladhuu Rabbiif jechas jibbi.

■𝟲. 𝗤𝗮𝗯𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶:-
Humnaa ol qabaachuuf hin bololin. Kennaan Rabbi namaaf kennu daangaa hin qabu, ati garuu qabiinsaa fi baasiinsa keessatti daangaa qabaadhu.

■𝟳. 𝗕𝘂𝗹𝘁𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶:-
Bultii keessatti jaarsaa fi jaartiin daangaa walii wollaaluu fi waliif kabajuu dhabuun bultii diiga. Daangaa irratti waliigaltan qabaadhaa....

■𝟴. 𝗕𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶:-
Wollaalaa taatees hin taa’in, hanga sadarkaa barnoonni si maraachuu fi kokaa si godhuttis hin baratin.

■𝟵. 𝗜𝗯𝗮𝗮𝗱𝗮𝗮 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶:-
Ibaadaan daangaa qaba. Baradhuutii daangaa isii eeggadhu.

■𝟭𝟬. 𝗛𝗶𝗿𝗶𝘆𝘆𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶:-
Nama ammuma walitti dhufee jaalalaan gaara koree, sa’aatii muraasa booda dhoqqee keessatti wajjiin kufu hin ta’in. Hiriyoota keetiif daangaa qabaadhu.

■𝟭𝟭. 𝗡𝘆𝗮𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗳𝗶 𝗗𝗵𝘂𝗴𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶 𝗞𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝘁𝘁𝗶:-
Farda garaacha hin qabne hin ta’in, garaa kee soorataaf, bishaanii fi qilleensaaf qoodii jiraadhu.
Garaan daangaa hin beekne, diina abbaati.

Waan dubbiftaniif galatoomaa!🙏




"Namni si jaalachuu akkamiti beyitaa?" 💖✨️
23/12/2025

"Namni si jaalachuu akkamiti beyitaa?" 💖✨️

Sababaa hiyyummaa keeti beekta laata..🫴 Osama Edris 🔥❤️‍🩹
23/12/2025

Sababaa hiyyummaa keeti beekta laata..🫴 Osama Edris
🔥❤️‍🩹

Haala Fi Amalla Nabii Muhammed kessa murasa ‎=======================================‎1️⃣  ۞ﷺ۞ irra Arjaa ilma Namaati‎☆ ...
23/12/2025

Haala Fi Amalla Nabii Muhammed kessa murasa
‎=======================================

‎1️⃣ ۞ﷺ۞ irra Arjaa ilma Namaati

‎☆ irra Tolaa Haalaa Fi Amalaati

‎ ☆ irra Urgaawaa Namaati Shurufkaan isaa irra Guutuu Namaati

‎☆ Urgaan isaa Miskii irra Urgooftii

‎☆ Aqliidhaan irra Gaarii Namaati

‎ ☆ Bifaan irra Bareeda Namaatii

‎☆ Dheerinaan kan Hisaaba Bahe Miti

‎☆ Gabaabinaan Jiddu Jireeysa namatii

‎☆ Luuccaadha Mataansa jajjaba Miti

‎☆ Dheera Mormii isaa Gababa Miti

‎☆ Ballodha Qomtii isaa Walitti Dhiho Miti

‎☆ Bareeda namaatii heddu Qulqulluudha

‎☆ Bukaara Gurraacha Nyaarri isaa

‎☆ Adiidha ijjisa Gurraattiidha Keeysii



‎2️⃣ ۞ﷺ۞ irra Beekaa Namaati

‎☆ irra Sodaataa Rabbii isaati

‎☆ Lubbuu isaaniitiifi Hin Dallanan

‎☆ Ofiifi Hijaa Hin Kafalatan

‎☆ Wanni isaan Dallansiisuu Gaafa Daangaan Rabbii Diigameedha



‎3️⃣ ۞ﷺ۞ Haalli isaanii Qur’aana

‎☆ Rabbiifi Gad Ofi Qabaudhaa

‎☆ Haajaa Maatii isaanii Nii Raawwatu

‎☆ Hiyyeeyyiifi Ykn Miskiinaafi Gadi Ofi Qaban

‎☆ Waa Gaafatan Didanii Hin Beekan.

‎ ☆ Waa Kadhatani Takka irra Hin Dhaban



‎4️⃣ ۞ﷺ۞ irra Obsaa Namaati

‎☆ Dubartii Girdoo Kheeysa Jirtu caalaa irra Qaanfataa Namaati

‎☆ Takkaa Nyaata Balfanii Arrabsanii Hin Beekan

‎☆ Yoo Jaalatan Ni Nyaatu Yoo Jibban Ni Dhiisan



‎5️⃣ ۞ﷺ۞ Ciqilfatanii Hin Nyaatan

‎☆ Waan isaaniifi kaname Nyaatan

‎☆ Waan Mi’aawaa Fi Deeyma Jaalatan



‎6️⃣ ۞ﷺ۞ Hadiyyaa (kennaa) Ni Nyaatan

‎☆ Sadaqaa Hin Nyaatan - Sadaqaan isaanii Fii Maatii Isaanii irratti Haraama- Kennaa isaaniifi Kennamteefi Harka Deebi’uun Aadaa isaaniiti.



‎7️⃣ ۞ﷺ۞Kophee Fii Huccuu isaanii Hodhachuu Turan

‎☆ Re’ee Ni Elman

‎☆ Dhukkubsataa Gaafatan

‎☆ Bakka Namni isa Yaame Ni Awwatan

‎☆ Miskina Tahusu Qabaataa Tahusu

‎☆ Diimaa Tahus Gurraacha Tahus Nama Tokkollee Hin Tuffatan.



‎8️⃣ ۞ﷺ۞ Quba isaanii Sadihiin Nyaatan

‎☆ Hoggaa irraa Bahan Quba isaanii Ni Arraaban,
‎☆ Hoggaa Dhugan Hogga Sadi Hafuura Jidduun Fudhatan.

‎9️⃣ ۞ﷺ۞ Jecha Hiikka Ballaa Qabu Kennaman
‎☆ Dubbiin isaanii Xiqqoo Hiikkaan isii Guddoodha, Dubbbiin isaanii iftudha nama dhagahefi galtudha,
‎☆ Hoggaa Takka Takka Akka Hubatamatuufi Dubbii isaanii Yeroo Sadii itti Daddeebi’anii Himan.

‎?? ۞ﷺ۞ Haajaa Ykn Dhimma Dubbataniifi Jiraatu Malee Hin Dubbatan
‎☆ Zikriin Malee Taa’anii Hin Beekan.

‎1️⃣1️⃣ ۞ﷺ۞ Farda Gaalaa Harree Gaangee Yaabbatanii Jiru
‎☆ mashaa Allaha rabbiin isanira hajjallatu

‎ Rabbiin Haala Fi Amala Bareedaa Akkasii Nuufi Haa Kennu. AMIIIIIIIIIIIIIIIIN ☝️AMIIIIIIIIIIIIIIIIIIIIIIN AMIIIIIIIIIIIIIIINJEDHII ☝️🙏 yaa rabbii yaa Allaha

‎ ✍️🌺





Address

Addis Ababa
Yabelo
OSE

Telephone

+251909899383

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Osama Edris posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Osama Edris:

Share