Bekele Nura

Bekele Nura Ifaan sooratan dukkana daakkatu "

Osoo naggaaddee ta'ee Harree koo hin gurguruu Ittin fe'adha malee Osoo shugguxii Koo ta'ee Haacaaluu Koo hin ajjeesuu Ma...
24/06/2024

Osoo naggaaddee ta'ee
Harree koo hin gurguruu
Ittin fe'adha malee
Osoo shugguxii Koo ta'ee
Haacaaluu Koo hin ajjeesuu
Madeessee darba Malee !!

-LISTEN-TO-THE-LESSON:“Alagaa gaafa kolfaa;fira gaafa golfaa” jedhe Oromoon koo. Miidiyaan biyya kanaa hundi har’a diinu...
14/12/2023

-LISTEN-TO-THE-LESSON:“Alagaa gaafa kolfaa;fira gaafa golfaa” jedhe Oromoon koo. Miidiyaan biyya kanaa hundi har’a diinummaa Taayyee labsu, yakka isaa wal harkaa fuudhanii hafarsu. Nama kan biraas osoo ta’e kanuma. Taayyeen kaleessa OMN dhabamsiisuf duula hinduulin hinqabu.

Har’a garuu guyyaa hunduu isarraa garagale, afaan isaa qabetti kan afaan ta’ee sagalee ta’eef OMN. Warri biyya bulchaa jirtanis ta’ee warri biyya bulchuuf deemtan kanarraa baradhaa!

LISTEN TO THE LESSON!

-Garaagarummaa ilaalcha siyaasa kamiifiyyuu jettanii daangaa namummaa ceetanii,ulfina namummaa waaqarraa ilmoo namaatif kennametti hinbu’inaa…,

-Garaagarummaa ilaalcha siyaasa kamiifiyyuu jettanii orma garaa ga’uuf alagaa fi bara wajjin obboleessa keessanitti hinduulinaa…,

-Garaagarummaa ilaalcha siyaasa yerootif jettanii hayyootaa fi gootota dhalootaf mataa ta’an, dhaabbileewwan dhalootaaf lafee dugdaa ta’an egeree sabaa fi biyya ilmaan keessaniitirraa hinmancaasinaa!

Siyaasa keessatti dhimma yerooti malee obboleessakee taanan kan wal jibbiteen wal jaalatta, kan wal lolteen inuma araaramta! Carraa aangoo argattee gulantaa obboleessakee caalten yoo dandeesse fayyadi, yoo dadhabde hinmiidhin. Never take it personally! Taateen miilanaa barnootuma, “Alagaa gaafa kolfaa;fira gaafa golfaa” jechi Oromtichaa dhuguma,qalbifadhu yaa namaa!

ዜና እረፍት፡አንጋፋው የኦሮምኛ ሙዚቃ አቀንቃኝ ዘሪሁን ወዳጆ ከዚህ አለም በሞተ ተለየ። ለቤተሰቦቹ እንዲሁም ለአድናቂዎቹ በሙሉ መጽናናትን እንመኛለን።
23/04/2023

ዜና እረፍት፡

አንጋፋው የኦሮምኛ ሙዚቃ አቀንቃኝ ዘሪሁን ወዳጆ ከዚህ አለም በሞተ ተለየ። ለቤተሰቦቹ እንዲሁም ለአድናቂዎቹ በሙሉ መጽናናትን እንመኛለን።

Biliyeenara Biyya   maqaan isaa   jedhama🥰Mootummaan isaa madda qabeenyaakee qoranna jedhee cinqee jennan qabeenya isaa ...
05/04/2023

Biliyeenara Biyya maqaan isaa jedhama🥰
Mootummaan isaa madda qabeenyaakee qoranna jedhee cinqee jennan qabeenya isaa hundaa guurratee gale.
Maaliif akkana goote jedhe gaafatamnan
‘’Mootummaan yeroon ani hiyyeessa ture madda hiyyummaakoo maaliif hin qorannee’’ jedhe😀😀😀

Mootummaanis namnis yeroo ati duroomtu waa’ee jiraachuukee cinqama malee yeroo ati hiyyeessaa eenyuyyuu maqaakee hin beeku.
Abbaan barbaade madda gammachuukee fi durummaakee haa cinqamu itti muddii hojjedhuu jijjiirami.
Nama jijjiramaa fi tarkaanfii hin goone bulchaan gandaayyuu hin beeku bro😂

Address

Ziway

Telephone

+251933341673

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bekele Nura posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Bekele Nura:

Share