Jijjiiramuuf Qabsofne nuti

Jijjiiramuuf Qabsofne nuti 𝐒𝐀𝐆𝐀𝐋𝐄𝐄 𝐔𝐌𝐌𝐀𝐓𝐀𝐀
ሳጋሌ ኡማታ

15/04/2025

Hhhhh

30/03/2025

KIRISTAANOTAAF
⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️ Arrabsoo dhiisaa, qalbiidhaan dubbisaa,dogongorri yoo jiraate na'ofkolchaa🎤🎤
🫵Gaafii kana itti yaadaa✅️
■Cubbuun nidhaalamaa ❓️
■Cubbuu namaatiif jecha namni biraan nidu'aa❓️
: Cubbuun hin dhaalamu inni cubbuu hojjate ofii isaaf gaafatamaadha macaafaafii qur'aana keessaa ragaan akka armaan gadiitti nidhihaata .
👉Rabbiin qurana keessatti yoo dubbatu:
تِلۡكَ أُمَّةٞ قَدۡ خَلَتۡۖ لَهَا مَا كَسَبَتۡ وَلَكُم مَّا كَسَبۡتُمۡۖ وَلَا تُسۡ‍َٔلُونَ عَمَّا كَانُواْ يَعۡمَلُونَ (سورةالبقرة: اية ١٣٤)
"Dhugumatti isheen sun ummata dabarte Isheedhaaf mindaa waan jira; Isiniifis mindaa waan jira. Isinis waan isaan hojjataa turan irraa ." Al baqarah: 134)
وَلَا تَزِرُ وَازِرَةٞ وِزۡرَ أُخۡرَىٰۚ وَإِن تَدۡعُ مُثۡقَلَةٌ إِلَىٰ حِمۡلِهَا لَا يُحۡمَلۡ مِنۡهُ شَيۡءٞ وَلَوۡ كَانَ ذَا قُرۡبَىٰٓۗ إِنَّمَا تُنذِرُ ٱلَّذِينَ يَخۡشَوۡنَ رَبَّهُم بِٱلۡغَيۡبِ وَأَقَامُواْ ٱلصَّلَوٰةَۚ وَمَن تَزَكَّىٰ فَإِنَّمَا يَتَزَكَّىٰ لِنَفۡسِهِۦۚ وَإِلَى ٱللَّهِ ٱلۡمَصِيرُ(سورةالفاطر:اية ١٨)
"(Lubbuun) badii hojjattu (tokkos) lubbuu (Lubbuun) ba’aan (badiin) itti ulfaate tokkos akka ba’aa ishee namni biraa irraa baadhatu yoo gaafattes, odoma fira ishee ta’eellee ishee irraa homaayyuu hin baadhatamuKan ati akeekkachiiftu isaan Rabbii isaanii fagootti sodaatanii, Salaatas gadi dhaabaniidha. Namni (badii irraa) of qulqulleesse, kan inni of qulqulleessu matuma isaatiifi Deebi’iinsi garuma Rabbiiti". (Al Faazir: 18)

مَّنِ ٱهۡتَدَىٰ فَإِنَّمَا يَهۡتَدِي لِنَفۡسِهِۦۖ وَمَن ضَلَّ فَإِنَّمَا يَضِلُّ عَلَيۡهَاۚ وَلَا تَزِرُ وَازِرَةٞ وِزۡرَ أُخۡرَىٰۗ وَمَا كُنَّا مُعَذِّبِينَ حَتَّىٰ نَبۡعَثَ رَسُولٗا(سورة الإسرآإ: ١٥)
"Namni qajeele, kan inni qajeelu matuma ofiitiif qofa. Namni jallates, kan inni jallatu ofuma irratti Lubbuun ba’aa baadhattu kamilleen ba’aa lubbuu biraa . Hanga ergamaa erginutti kan adabnus hin taane." ( Al Israa: 15)
⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️
Haaluma wal fakkaatuun macaafnis cubbuu nama tokkootti namni tokko akka hin gaafatamne yeroo ibsu akkana jedha.

"Lubbuun isa cubbuu hojjetuu haa du'u! Ilmi yakka abbaa hin baatin! Abbaanis yakka ilmaa hin baatin! Qajeelinni nama qajeelaa isumaaf haa lakkaa'amu! Jal'inni nama jal'aas isuma irraa haa barbaadamu!"
(Macaafa Hisqi'el Raajichaa 18: 20)

Garuu namni ija waynii dhangaggaa'aa nyaate hundinuu, ilkaanumti ofii isaatii in hadooda; hundinuu 'a."
(Macaafa Ermiyaas Raajichaa 31:30)

"Namni $addaan haa malee, isaaniif , isaaniif ! "
(Seera Keessa Deebii 24:16
⚘️⚘️⚘️⚘️🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
▶↪ # Yesus ofii isaatii keessaniin duutu jedhee ifatti isaanitti himeera.

"Ammas Yesus, " , isin ana ; iddoo ani dhufuu , kanaaf in " jedhee isaanitti dubbate."
(Yohannis 8:21)
👇
Mee worri kiristaanaa yesuus cubbuu keessaniif du'e yoo tahe ragaa waangeela keessan irra jiru kanaan wolfaallessa yesuus bakka tokkottillee ani cubbuu keessaniif nan du'a hin jenne👂👂

𝐁𝐲 𝐠𝐚𝐝𝐚 𝐩𝐚𝐠𝐞

29/03/2025

"!

02-18 fi bitooteessa 24 ?
Yaadannoo👉🏾Bitooteessa 02-18 fi bitooteessa 24 guyyaa seena qabeessa baga Geessan!
Waggaa Jahaan dura Bitooteessa 02-18 Bara 2010 guyyaa waltajjiin Paartii ADWUI guyyaa 17f gaggeeffamee fi Filannoo Dura ta'aa ADWUI gaggeessuuf hoggantoonni dhaabichaa fi Koreen Jiddu Galeessa ADWUI namoonni 180 marii obsa fixachiisaa fi muddama hamaan guutame irra turan. Ajandaan ijoon marichaas Dura ta'aa fi I/A/D/Taa'aa ADWUI filuuf ture.
Gaafa sana namoota Sadiitu Dura ta'aa tahuudhaaf qadhimamee ture. Isaaniis:

'el
yommuu ta'an
.Debretiyoon G/Mikaa'el Sagalee 180 keessaa Sagalee 2 argatee ture.
.Abiyi Ahmed Sagalee 180 keessaa 108 argatee ture.
Shugguxee Sagalee 180 keessaa Sagalee 59 argatee ture.
Haaluma kanaan MM Ethiopia keenya kan ammaa olaantummaan injifatanii Dura ta'aa ADWUI ta'anii filataman. gaafa Bitootessa 24/07/2010 immoo 👉🏾 dhihaatanii MM Ethiopia 🇪🇹 ta'anii Muudaman.

Dhugaa dubbachuudhaaf guyyaan gaafa Bitootessa 18, 2010 san guyyaa addaa ture. Guyyaa gama tokkoon yaaddoo hamaa keessa turree fi guyyaa gama tokkoon immoo gammachuu addaa keessa turreedha. Hirriiba malee ta'aa bulle.

TPLF gaafa san miidiyaa hunda cuftee turte. Miidiyaaleen biyya alarraa darban hundi ukkaamfamanii turan. Miidiyaan gaafa san jiru kan ummanni odeeffannoo irraa argatu miidiyaa mootummaa qofa ture. Odeeffannoo karaa argannuun dhabneeti yaaddoo hamaa keessa turre. Lubbuun qeensatti nu galte. Maaluma dhageenya dhiiroo jenneeti yaaddodhaan dhunfatamnee turre.

Osuma yaaddodhaan dhunfatamnee jirruu Halkan Sa'aatii 4:45 irratti OBN Oduu Simbirtuu jedhee Oduu tokko nutti hime. Oduun Suniis Dr.Abiyi Ahmed Dura ta'aa ADWUI ta'anii filatamanii kan jettu turte. Baay'ee gammanne, alatti gadi baaneeti dhiichisuun gammachuu teenya ibsachaa turre. Halkan gaafa Bitooteessa 18, 2010 san goonkuma hin irraanfannu.

Sana Booda bitooteessa 24, 2010 immo MMBU Dr Abiy Ahmed MM Itoophiyaa gochuun filate. Ciniinfuuf qabsoon sabaa waggaa 150 injifannoon goolabamee abbaan Biyyummaa keenya mirkanaa'e.

Baga guyyaa seena qabeessa kanaan isiniin gahe, nu gahe.

29/03/2025
Pireezdaantii Burkinaa Faasoo Ibraahim Tiraa’ooree!Goota Afriikaa Haaraa!!ጀግናዉ============================Ibraahim Tiraa...
23/03/2025

Pireezdaantii Burkinaa Faasoo Ibraahim Tiraa’ooree!Goota Afriikaa Haaraa!!ጀግናዉ
============================
Ibraahim Tiraa’oree erga aangootti dhufee as(Waggaa 2 keessatti) maal hojjete?
1)Mindaan ministeerotaa fi miseensota paarlaamaa 30%n hir'seera,Miindaa hojjetaa mootummaa immoo 50%n dabaleera.Konkolaataafi walgayii hin barbaachisne dhorkeera.
2) Mindaa hojjettootaa hojii humnaa dabaleera
3) Oomisha biyya keessaa qofa irratti xiyyeeffachuu,meeshaaleen Chaayinaa fi Hindii irraa galfaman kan biyya keessaan akka bakka buusaman godhe
4) Ruuzii,timaatimaa fi suufii bal’inaan oomishuu jalqabuu
5) Kookaa Koollaan dhaabbata guddaa Afrikaa bakka bu’u Burkina Faasoo keessatti bane,meeshaa dheedhii barbaachisu biyyuma keessaa akka dhiyeessamuuf godhe
6)IMF maallaqa siifan liqeesa jennaan, Waaqayyo siif haa kennu jedheenii ari’e.
7)Dhaabbilee gargaarsaa biyyasaa keessaa ari’e
8)Dhaabbileen Burkinaa Faasoo keessatti albuuda adda addaa baasaa turan waliigaltee haaraa akka mallatteessan dirqisiise.(Gibira ni kaffalu, galii argatan keessaa %50 mootummaa Burkina Faasootiif kaffalu),Miindaa hojjettootaa akka seera biyyattiitti kaffaluufis mallatteessise.
9) Daandii saffisaa,hospitaala,mana barumsaa sadarkaa lammaffaa,Burkina Faasoo keessatti injinaroonni dandeettii isaanii qofaan akka hojjetan godhe.Waggoota 2n kana keessatti qofa namoonni gara mil. 2 ta’an mana jireenyaa fi bishaan dhugaatii qulqulluu akka argatan taassise.Liqaa biyya keessaa biyyattii kaffaleera.Oomisha waliigalaa Burkina Faasoo doolaara biiliyoona 18.8 irraa gara doolaara biiliyoona 22.1tti ol guddateera.Jaalala biyya isaaf qabu daandii haaraa ijaaruun,kanneen jiran bal'isuu fi daandii coble stone irraa gara aspaaltiitti ol guddisuun agarsiisaa jira.Oomisha qonnaa guddisuuf tiraaktaroota 400 ol,qottoo 239,paampii mootoraa 710 fi mootora 714 raabseera.Hogganaan gootummaa isaa qabatamaan mul'isaa jiru kun bara 2030tti lammilee biyyattii harka caalaa abbootii qabeenyaa biyya keessaa gochuufis hojjechaa jira.

𝑮𝒂𝒅𝒂𝒂 𝒉𝒖𝒍𝒍𝒆𝒕𝒖 𝒈𝒂𝒃𝒂𝒂𝒔𝒆

Adresse

Villeneuve-Saint-Georges

Téléphone

+251917930114

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Jijjiiramuuf Qabsofne nuti publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Partager