25/03/2025
Let us expose these land grabbers, such as Hasan Nagash, and work together to uphold the good name of the police.
Hasan Nagash has been a policeman in Finfinnee for a long time, and during this time, he has been implicated in looting land in Finfinnee, Oromia Special Region, and many other cities in Oromia—under the guise of using the Oromo name .
Hasan Nagash is a man who has plundered public and government land in the name of his relatives, his dogs and his cattle.
This man is currently millionaire using this police uniform.
Hasan Nagash is not only a land grabber but also a man who tortured, killed, mutilated and exterminated people in the name of investigation during his tenure as the head of criminal investigation of the Finfinnee police. However, this criminal is still in power because the country's accountability system has serious problems.
If you want concrete evidence of the corruption and looting carried out by this man in the name of Oromo, please contact me directly for more information.
This campaign is not targeting the ruling regime itself, but rather individuals who exploit their positions within the regime and misuse government power for personal gain. It is essential to distinguish the actions of such individuals from the integrity of the broader justice system.
We deeply respect the Finnish Police as a justice institution, and we stand with you in exposing corruption within some of your ranks. Together with the Kotama team, we are committed to safeguarding the reputation of the Finnish Police Station.
Let us up the Financial Police Station by removing corrupt rent collectors and land and dollar plunderers from positions of power and bringing them to justice.
It is the responsibility of all citizens to provide testimony and evidence when it comes to rooting out corruption. We are confident in the validity of our claims and the evidence we present.
እንደ ሀሰን ነጋሽ ያሉ ፊንፊኔ ፖሊስ መሬት ነጣቂዎችን እናጋልጥ እና የፖሊስን መልካም ስም ለማስከበር በጋራ እንስራ።
ሀሰን ነጋሽ በፊንፊኔ ፖሊስ ሆኖ የቆየ ሲሆን በዚህ ጊዜ ውስጥ በፊንፊኔ፣ በኦሮሚያ ልዩ ክልል እና በሌሎች በርካታ የኦሮሚያ ከተሞች ውስጥ የኦሮሞን ህዝብ በመወከል በመሬት ላይ በመዝረፍ ተግባር ላይ ተሰማርቶ ይገኛል።
ሀሰን ነጋሽ በዘመዶቹ በውሾቹ እና በከብቶቹ ስም የህዝብና የመንግስት መሬት የዘረፈ ሰው ነው።
ሀሰን ነጋሽ የፊንፊኔ ፖሊስ የወንጀል ምርመራ ሃላፊ ሆኖ በነበረበት ወቅት በምርመራ ስም ሰዎችን ያሰቃየ፣ የገደለ፣ የአካል ጉዳት ያደረሰ እና ያጠፋ ሰው ነው። ነገር ግን ይህ ወንጀለኛ አሁንም በስልጣን ላይ ያለው የሀገሪቱ የተጠያቂነት ስርዓት ከፍተኛ ችግር ስላለበት ነው።
ይህ ሰው በኦሮሞ ስም የሚፈፀመውን ሙስና እና ዘረፋ የሚያሳይ ተጨባጭ ማስረጃ ከፈለጋችሁ ለበለጠ መረጃ በቀጥታ አግኙኝ።
ሰውዬው አሁን ይህንን የፖሊስ ዩኒፎርም በመልበስ ሀብታም ሚሊየነር ሆነዋል ።
ይህ ዘመቻ በራሱ በገዥው አካል ላይ ያነጣጠረ ሳይሆን በአገዛዙ ውስጥ ያላቸውን የመንግስትን ስልጣን ለግል ጥቅማቸው የሚያውሉ ግለሰቦችን ነው። የነዚህን ግለሰቦች ተግባር ከሰፊው የፍትህ ስርአት ታማኝነት መለየት አስፈላጊ ነው።
ፊንፊኔ ፖሊስ እንደ የፍትህ ተቋም በጥልቅ እናከብራለን፣ እናም ሙስናን በማጋለጥ ከጎናችሁ ነን። "በአገዛዙ ውስጥ ያላቸውን የመንግስትን ስልጣን ለግል ጥቅማቸው የሚያውሉ ግለሰቦችን
ከስልጣን በማንሳት ለፍርድ በማቅረብ ፊንፊኔ ፖሊስ ጣቢያን ስም ለመጠበቅ ቆርጠን ተነስተናል።
ሙሰኞችን ኪራይ ሰብሳቢዎችን እና መሬትና ዶላር ዘራፊዎችን ከስልጣን በማንሳት ለፍርድ በማቅረብ ፊንፊኔ ፖሊስ ጣቢያን እንስራ።
ሙስናን ከሥር መሰረቱ ለማጥፋት ሲነሳ ምስክርና ማስረጃ ማቅረብ የሁሉም ዜጋ ኃላፊነት ነው። የይገባኛል ጥያቄዎቻችን ትክክለኛነት እና በምናቀርበው ማስረጃ ላይ እርግጠኞች ነን።
Saamtota lafaa akka Hassan Negash Poolisii Finfinnee keessa jiran saaxiluun maqaa gaarii poolisii kabachiisuuf waliin haa hojjennu.
Hassan Negash Finfinne keessatti poolisii ta’ee hojjecha kan three fi kan jiru yoo ta’u, yeroo dheeraa kana keessattis, Finfinne, Godina Addaa Oromiyaa, fi magaalota Oromiyaa hedduu keessatti Maqaa beekamaa fi hin beekamne , Maqaa furoota isaa fi Maatii isaa fayyadamuun saamicha lafaa irratti hirmaahaa tureeraa, hirmaataa jiras.
Hasan Nagash maqaa firoota isaa, maqaa saroota isaa fi maqaa Loon isaatiin nama lafa uummataa fi mootummaa guurrateedha.
Namichi kun uffannaa polisii kana fatyadamee nama miliyenera ittiin ta'ee dha.
Hasan Nagash saamicha lafaa qofaa utuu hin ta'in yeroo itti gaafatamaa qorannoo yakkaa police magalaa finfinnee ta'ee hojjechaa turetti maqaa qorannootiin uummata dararaa, ajjeesaa, qaama hir'isaa fi dhabamsiisaa nama turee yakka sarbamnsa mirga namoomaan nama gaafatamuuf jiruu dha.
Ta'us garuu sirni itti gaafatamummaa biyyattii rakkoo guddaa sababa qabuuf yakkamaan kun har'a iyyuu aangoo irra jira.
Malaammaltummaa fi saamicha namni kun maqaa Oromootiin raawwachaa jiru ragaa qabatamaa yoo barbaaddan odeeffannoo dabalataaf kallattiin keessaan na qunnamaa.
Duulli kun sirnicha mataa isaa irratti kan xiyyeeffate osoo hin taane, namoota dhuunfaa sirnicha keessa aangoo isaanii fayyadamanii aangoo mootummaa faayidaa dhuunfaa isaaniif fayyadaman saaxiluu irratti kan xiyyeeffatedha.
Gocha namoota dhuunfaa sirnaa fi uummata irraa adda baasuun barbaachisaa dha.
Poolisii Finfinneef akka dhaabbata haqaa tokkootti kabaja guddaa qabnaaf, malaammaltummaa achi keessan jiru saaxiluu irrattis isin waliin dhaabbanna.
Garee "Kotama"saamichaa kunneen akka Hasan Nagash saaxiluun maqaa Waajjira Poolisii Finfinnee eegsisuuf kutannee jirra.
Finfinnee keessatti sirna itti gaafatamummaa diriirsuun kiraa sassaabdotaa fi saamtoota lafaa fi doolaaraa aangoo irraa kaasuun seeratti haa dhiheessinu.
Malaammaltummaa hundee irraa buqqisuu yoo jennu ragaa fi eeruu dhiyeessuun itti gaafatamummaa lammii hundaati.
Sirrummaa himannaa keenyaa fi ragaa dhiheessinu irratti amantaa qabna.