Waaqayyoo Tiksee Kooti

Waaqayyoo Tiksee Kooti . com/channel /UC8b2RssLeKGDHqgJeG5fn

09/05/2025

Your Birthday is our Birthday 🕯❤

20/04/2025

Happy Easter to all of Christian ✝️🕯👏

Haadhaa gooftaa dubroo maariyaam maqaan kee adda...✍️
30/05/2024

Haadhaa gooftaa dubroo maariyaam maqaan kee adda...✍️

Isa Jiraataa maaliif warra du'an keessa barbaaddu? (Luq 24:5)Baga Ayyaana Du'aa Ka'umsa Gooftaa keenya lyyesuus Kiristoo...
05/05/2024

Isa Jiraataa maaliif warra du'an keessa barbaaddu? (Luq 24:5)

Baga Ayyaana Du'aa Ka'umsa Gooftaa keenya lyyesuus Kiristoos Nagaan geessan!

እንኳን ለጌታችን ለኢየሱስ ክርስቶስ የትንሳኤ በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

28/04/2024

HOSAA,INAA ILMA DAAWITIIF INNI MAQAA WAAQAYYO GOOFTAATIIN DHUFU GALATEEFFAMAADHAI (21:9)

🌿 Baga Gessan 🌿

🌿 Ekuan aderesachihu aderesen 🌿

  Eebba kitabaa   deebii qabdi jedhuu B/saa  keenyaa  Yohaannis Magnashaan kan barefameeHundumtii kessanuu akka irra hin...
11/04/2024

Eebba kitabaa
deebii qabdi jedhuu B/saa keenyaa Yohaannis Magnashaan kan barefamee
Hundumtii kessanuu akka irra hin afnee maqa waaqayyotin sin gafadhaa

✅Ebla 6/8/2016 killoo 4tti Denver darbi 4ffa irrati

Hordoftoota Amantaa orthodox Baga sooma guddaatiin isin ga'eSoomiin kun akkuma duuka bu'ootaa kan itti gaaffiin keenya d...
10/03/2024

Hordoftoota Amantaa orthodox Baga sooma guddaatiin isin ga'e

Soomiin kun akkuma duuka bu'ootaa kan itti gaaffiin keenya deebii argatu nuuf haa ta'u.

Akasuma kan dhiifamaa kan haraaraa kan gaabbiii nuuf haa taasisu Ameen.🤲

melikami ye’ābiyi t͟s’omi yihunilachihu

yihi t͟s’omi yeyik’irita ,yemuk’eti ina yenisiha t͟s’omi yihuni āmen .🤲

Address

London

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waaqayyoo Tiksee Kooti posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waaqayyoo Tiksee Kooti:

Share