Siif Taanaan Keetuma

Siif Taanaan Keetuma Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Siif Taanaan Keetuma, Digital creator, Finfinnee, London.

09/11/2025

Tilmaamaa Badhaafamaa! fi taphatan akkamitti tilmaamtu?
Namni SHARE HIN QABNE HIN BADHAAFAMU

Odaa Electronics Meeshalee Amanamoo Qulqullina qaban/Original fi Wabii Waggaa 1 qaban Gatii madaalawaan Dhiheessuu irratti argama; Bakka Jirtanittis Ajajachuu dandeessu, Amanamummaan Sin Dhaqqabsiifna!
💻Laptoppota ✔️Hp ✔️Dell Lenovo
📱Bilbiloota ✔️iPhone Samsung Tecno
🖥Destooppota ✔️Dell ✔️Hp✔️Lenovo
🖨Piriinteroota fi kkf Gatii Madaalawaan Qabna
📞0911430007 📲 0917716557
Argama!/Address
1) Finfinnee Boolee, GAMOO OROMIYAA darbii 1ffaa S-08
2) Jimmaa GAMOO AWASH darbii 1ffaa Lak 122
3) Shashamannee APPOSTO GAMOO BEEKERAA
4) Shaambuu Mana Suuraa Gadaa Cina!
Ajajachuuf 🫴odaatrading.com

0911 430 007

Gatii 🫴Odaatrading.com
Soressa Dame

06/06/2025

Ammas gaaffii badhaasa kaardii abbaa qarshii 1000 (kuma tokko) namoota 3f Qubee electronics irraa...

Qabxii tapha xumuraa UEFA Neeshins Liigii Spain fi Portugal gidduutti taasifamuu isa sirrii dursanii namoota raagan 3 ni badhaasna. Dargaggoo Lamine Yamal moo buleessicha Cristiano Ronaldotu irra aana?

Ulaagaalee;
Deebii sirrii (kan edited hin godhamne)
Post kana like fi share gochuu (Dirqama)

Hamma boru galgala, taphni jalqabamee boqonnaatti qofa tura.

Boolee Madaaniyaalem, Gamoo Oromiyaa, Ground floor irrattimmoo yoo dhuftan nu argachuu dandeessu.

0911539551, 0921646364 nuuf bilbilaa.

Carraa gaarii🙌

Address

Finfinnee
London

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Siif Taanaan Keetuma posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share