Oromia Times

Oromia Times Wellcome to OROMIA TIMES officially page.🌍

Well come to Arsenal Burno🥰
08/08/2026

Well come to Arsenal Burno🥰

Jeechaa hayyuu waggaa 6 duraa👍
30/07/2026

Jeechaa hayyuu waggaa 6 duraa👍

Yoom akka salphati Asi geenyee😥 Finfinneen handhuura oromiyaatii💪Akka salphaattii finfinnee ormaa dabarsaanii keennuun h...
24/07/2026

Yoom akka salphati Asi geenyee😥

Finfinneen handhuura oromiyaatii💪

Akka salphaattii finfinnee ormaa dabarsaanii keennuun hin dandayamu✊

Well come to Arsenal
23/07/2026

Well come to Arsenal

Finfinneerratti qoosaan hin jiru!Finfinnee irratti diinonni bitaaf mirgaan wacuu, fakkeessuu, qoosuu, daldala siyaasaa g...
22/07/2026

Finfinneerratti qoosaan hin jiru!

Finfinnee irratti diinonni bitaaf mirgaan wacuu, fakkeessuu, qoosuu, daldala siyaasaa geggeessuu, boo'icha hin fakkaanneefi waantota garaa garaa taasisuu danda'u. Garuu ammoo Mootummaanis ta'e deeggartoonnisaa ejjennee ejjennoo hin raafamne qabna.

Biyya ormaa keessa jooraa Piizzaafi bargarii cuffaqachaa himimmaan naachaa boo'uufi aarsaa barbaachisu kanfalaa qabsaa'uun wal adda.

Finfinneen Handhuura Oromiyaa teessoo mootummaa federaalaafi naannoo keenyaa akkasumas magaalaa guddoo Oromiyaati. Ishee kana 💊 liqimsi joonja'uufi joonjessuu irraa fayyitaa!

Warri siniif gale 👇

Dhugaan jiruu kanuma 100%

Galatoomii shimee jechoonnii baayyee hamilee namattii hoora 💪
21/07/2026

Galatoomii shimee jechoonnii baayyee hamilee namattii hoora 💪

Congratulations 🎉 to Spain 🇪🇸 World Cup champions🇪🇸
19/07/2026

Congratulations 🎉 to Spain 🇪🇸

World Cup champions🇪🇸

Goooooaaaaallll Spain
19/07/2026

Goooooaaaaallll
Spain

19/07/2026

Come on Spain 🇪🇸

Address

London

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Times posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share