Bultum Press

Contact the business

Bultum Press Oduu Simbirtu

24/03/2026

Celebrating my 4th year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

28/02/2026

Breaking News!!

Dirooniin Iran 🇮🇷 yeroo ammaa goolii gachaa jirti..Viidiyoo daawwadhaa!! Iraan diinota ishee likkii galchaa jirti!! Iran 🇮🇷 Power!!

we are with Iran!! Iran will win again.✊️💪👏 🙂

Breaking News!!Murtee sirriidha!!Humni galaana Iraan Hulaa Hormuuz kan Addunyaaf murteessituu taate yeroof amma cufamtu ...
28/02/2026

Breaking News!!

Murtee sirriidha!!

Humni galaana Iraan Hulaa Hormuuz kan Addunyaaf murteessituu taate yeroof amma cufamtu murtee irra gahaniiru!! Kana jachuun dooniileen hundi boba'aa gaazii uumamaa fi'anii Hulaa Hormuuz keessa akka hin dabarre godha!! Iraan haalli teessuma isaa baay'ee ishee fayyadeera!! Hulaan Hormuuz tan gaazii uumamaa Idil-Addunyaaf murteessituu taate cufamuun US IZra"ael fi Awurooppaa akka gaaziin uumamaa dhabamu godha. Dabalataan diinagdeen Addunyaa akka rakkoo keessa seenu godha!! 🙂

we are with Iran!! Iran will win again. 😎 🤷‍♂️

"An Adwaa duuleera isin ulaa galaanaaf duulaa"- Leeftinaal Koloneel Rijaal Umar************** : Weerara 2ffaa Xaaliyaani...
26/02/2026

"An Adwaa duuleera isin ulaa galaanaaf duulaa"
- Leeftinaal Koloneel Rijaal Umar
**************
: Weerara 2ffaa Xaaliyaaniin banterratti hirmaachuun Godina Jimmaa, Aanaa Gommaa hanga Maacootti duuluun kanneen seenaa hojjetan keessaa Gorsaa Waldaa Gootota Itoophiyaa durii Leeftinaal Koloneel Rijaal Umar ammallee qeerroo fakkaatu.

Leeftinaal Kokoneel Rijaa Umar ayyaana Adwaa sababeeffachuun turtii addatti Gaazexaa Bariisaa waliin taasisaniin odeeffannoo ofii qabaniin umriinsaanii 115 ta'uu, weerara Xaaliyaani 2ffaas duuluu himanii, qorannaa Jaramanitti taasisaniin umriinsaanii ganna 143 ta'uu ragaan mirkanaa'uu dubbatu.

Yeroo jalqaba xaaliyaaniin biyya weerarte loon tiksaa turuu eeranii, weerara 2ffaarratti Jimmaa Gommaarraa, Iluu, Wallagga hanga Maacootti duuluu himu.

Duula qolannaa weerartuu taasifameen qonnaan bulaan maarashaasaa meeshaa waraanaa taasifadhee itti fayyadamuu akka qabu labsame jedhu.

Labsii darbe cinatti eenyumtuu weerartuuf gibira akka hinkaffalle labsii baasuun kan didee gibira kaffakenmoo mannisaa irratti akka gubatu murtee darbe hordofuun hunduu walabummaa biyyaaf akka hiriirru ta'uusaatiin injifannoo gurraacha Afrikaa boonsu Adwaan galmaa'uu ibsaniiru.

Waggaa waggaan Adwaa kabajuun qofti gahaa miti kan jedhan Leeftinaal Koloneelichi dhaloonni ammaa injifannoo ijaarsa hidhaguddicha cinatti balbala galaanaa shiran nuharkaa bahe deebisiisuuf ofqopheessuu akka qabu dhaamu.

Dhaloota seenaa qofa faarsu hinta'iinaa jedhanii, ashaaraa ofii qubachiisuun injifannoo Adwaafi ijaarsa hidhuguddichaan alatti balbala glaanaa deebisiisuun dabaree keenya dhaloota jedhu ta'uun barbaachisaa ta'uu yaadachiisaniiru.

Har'i akka kaleessaa miti, abbootiin keenya meeshaa duubatti hafaan waraananiu biyya bilisa baasaniiru kan har'aammoo dhaloota dirooniifi suuppersoonikii ta'aa waan jiruuf gama hundaan of ijaaruun dhimma biyyaaf tumsa gochuu qabna jedhu.

Itoophiyaa badhaateefi miidhagde rakkoon hojidhabdummaa kan itti furame ijaaruuf balbala galaabaa deebisiisuun injifannoo Adwaa dabalataa galmeessisuun dirqama ta'uu dhaamaniiru.
Gaazexaa Bariisaa

21/12/2025

Ammee!!
=======//=======
Masrii: Nuufi obboloota keenya Itoophiyaa jidduutti waldhabdeen hin jiru Itoophiyaa doorsifnee hin beeknu

Pireezdaantiin Masrii Abdulfattaa Alsisiin guyyaa arraa dubbii dubbateen Masriin obboloota ishee Itoophiyaa waliin rakkoon akka hin qabne himuudhaan,walitti bu’iinsi akka hin jirres mirkaneessanee jirrra jechuudhaan ibse.

Gaaffiin Masrii bishaan laga Abbayyaa irratti qaban kan hin sa-rbamne tahuu fi waliigaltee seeraa qofaan murteerra ga’amuu akka qabu amanuus ibse.

Pireezidantiin Masriis imaammanni Masrii dhimma keessoo biyyoota biroo keessa seenuu akka hin barbaannees dubbii guyyaa arraa Miidiyaa biyyaalessaa Masrii irratti dubbateen ibseeti jira.

21/12/2025
17/12/2025

Hordoftoonni koo kan press hundi keysanuu baayyee galatoomaa! Hordoftoota kuma 20 gallee jirra..
Oduu addunyaa hunda gola seennee gurra isin buusuu itti fufna Burka press media ummataati...
🙏

Puutiin yoo Awurooppaan barbaadde Raashiyaan waraanaaf qophiidha jedhan''Awurooppaa waliin waraana seenuuf yeroo ammaa k...
02/12/2025

Puutiin yoo Awurooppaan barbaadde Raashiyaan waraanaaf qophiidha jedhan

''Awurooppaa waliin waraana seenuuf yeroo ammaa kana nuti qophiidha,'' jechuun kibxata har'aa ergaa ijoo dubbii ta'e kana dabarsan Pirezidaantiin Russia Vladmimi Vladimir Putin

24/11/2025

Burka press

15/11/2025

Ammee!!!!
======//=======

olaanoo Faanoo, ABO Shane, TPLF fi Eertiraa karoora waraanaa waloo irratti mari’achuuf Sudaan keessatti wal arguun gabaafame.

The Economist maddeen wabeeffachuun akka gabaasetti humnoonni kunneen karoora waraanaa waloo irratti mari’achuuf walga’aniiru.
Ministirri Dhimma Alaa Doktar Geediyoon Ximotewoos kaleessa mootummaan Itiyoophiyaa Ertiraan humnoota keessoof meeshaalee Waraanaa dhiyeessaa jiraachuun himuun Isaa NI yaadatama .
Biyya ambaa Waliin hojjachuun Biyya ofi diiguu Irraa nu Yaa baraaru.
Burka press

Address

Milton Keynes
#*@-&+ALMOSTDONE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bultum Press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Bultum Press:

Shortcuts

Share

Category