Obora media network

Obora media network Información de contacto, mapa y direcciones, formulario de contacto, horario de apertura, servicios, puntuaciones, fotos, videos y anuncios de Obora media network, Guadalajara.

Qabeenyi akka sammuu fayyaa Caalu hin jiru, hiyyummaan akka wallaalummaa Caalu hin jiru, gargaarsi akka gorsa sirrii Caalu hin jiru, dhaalli akka amala Gaarii Caalu hin jiru.

10/08/2025

Dubartoonni utubaa biyyaati!!!!!! Temima Ahmed Abker

31/07/2025

Harki kessani faya ha,tuu salawaata buussaa Ergamaa Kenyaa Nabbii Muhaammad irratii sallaallaahu Aleeyhi wassaallam ✍♥❤👌✨💖✍♥❤👌✨💖✍♥❤👌✨💖✍♥❤Sallaallaahu Aleeyhi wassaallam

25/07/2025

"Hanga dheedhiin bilchaatuu,bilchaataan gubatee dhuma"

18/07/2025
Biyya ofiitiif akkasitti gibira kafaluun cubbuu miti ulfina malee kanaaf dargaggoonni keenya kanneen hojiilee investment...
13/07/2025

Biyya ofiitiif akkasitti gibira kafaluun cubbuu miti ulfina malee kanaaf dargaggoonni keenya kanneen hojiilee investment irratti hirmaattan jabaadhaa hojjadhaan dhaamsa kooti .

Waan hojjattan irraa mootummaaf gibira kafaluun gootummaadha biyyi keenya nu malee abbaa biraa waan hin qabneef abbaan biyyaa numa kanaadha 💰

Balaa isaaf yaadda’uu dhiisiitii badhaasa isaa irratti xiyyeeffachuu jalqabi.🏆
01/07/2025

Balaa isaaf yaadda’uu dhiisiitii badhaasa isaa irratti xiyyeeffachuu jalqabi.🏆

01/07/2025

Akkaa harargeeti dubaarttiin bekkumsaaniis,barnootanis,hojii misoomaattinis,tokkofa Anaa kam kessaattii argamttii ?
Anii akka kotittii argamttii.
Follow godhaSooraa Qalbii Muslim World

 Gurmaa'insa Dargaggootaa Cimaa;Sirna cimaaf!Harargee Bahaa Aanaa Dadaritti  Koonfiransiin Dargaggootaa Mata Duree Gurma...
25/06/2025


Gurmaa'insa Dargaggootaa Cimaa;
Sirna cimaaf!

Harargee Bahaa Aanaa Dadaritti Koonfiransiin Dargaggootaa Mata Duree Gurmaa’insa Dargaggootaa cimaa ijaarsa Sirnaatiif jedhuun" Gandoota Aanichaa irraa Hirmaataniin Guyyaa har'aa Iddoo IG Paartii Badhaadhiina Aanichaa Aadde Temima Ahmed Abker argamnitti Gaggeeffamaa oleera.

Paartiin badhaadhina Paartii mul'ata fagoo qabu, paartii dhaloota haaraa fi paarti egereeti. Tarsiimoo isaa keessatti du...
04/06/2025

Paartiin badhaadhina Paartii mul'ata fagoo qabu, paartii dhaloota haaraa fi paarti egereeti. Tarsiimoo isaa keessatti duudhaleen ida'amuu, galmi tokkoomuu, waliin badhaadhuu fi jaalalaan obbolummaan waliin jiraachuu bu’uura godhachuun Paartii rakkoo carraatti jijjiiruu danda’eedha.
Paartiin keenya wacaaf inaaffaa diinaaf osoo gurra hin kenniin fedhii uummata isaa guutuuf halkaniif guyyaatti boqonnaa tokko malee hojjechuu irratti yeroo argamu kanatti ammas daraan deeggarsi keenya hedduu barbaachisaadha. Hawaasni keenyas akkuma yeroo maraa Badhaadhina kaleessa filannee bira dhaabachuun galma keenya badhaadhina waloo mirkaneessuudha.
**********
Daandiin Keenya Idaa’amuu, Galmi Keenya Badhaadhina!!
Nagaan Oolaa!

Dubartiin waan  #4 siif taati, garuu bakka nama 13 siif buuti!1. Dubartiin Haadha2. Dubartiin Obboleettiidha 3. Dubartii...
02/06/2025

Dubartiin waan #4 siif taati, garuu bakka nama 13 siif buuti!
1. Dubartiin Haadha
2. Dubartiin Obboleettiidha
3. Dubartiin haadha manaati
4. Dubartiin ilmoo keeti.
Tokkittiin ishee garuu bakka nama 13 siif buuti.
1. Yeroo si gorsitu abbaa fakkaatti
2. Yeroo siif boochu haadha fakkaatti
3. Yeroo siif rifattu obboleettii fakkaatti
4. Yeroo siif tumsitu obboleessa fakkaatti
5. Yeroo mana bareechitu ifaa manaa fakkaatti.
6. Yeroo mana keessa dhaabattu utubaa manaa fakkaatti
7. Yeroo alaa dubbattu ollaa fakkaatti
8. Yeroo siif ergamtu ilmoo kee fakkaatti
9. Yeroo si Bashannansiiftu hiriyaa kee fakkaatti
10. Yeroo si qaqqabattu Doktora fakkaatti
11. Yeroo si waliin raftu haadha manaa kee fakkaatti
12. Yeroo Ilmaan siif deessu gosa siif taati
13. Yeroo ija keessa si ilaaltu daawwitii siif taati.

!
humnajaalalaa

Adee Bulchaa Godinaa Harargee Bahaa💪

02/06/2025

Wal balleessinaa osoo hin taane, wal jabeessina paartii jedhu qabna innis BADHAADHINAA !!!
Itti liqimsi 💊

Dirección

Guadalajara

Notificaciones

Sé el primero en enterarse y déjanos enviarle un correo electrónico cuando Obora media network publique noticias y promociones. Su dirección de correo electrónico no se utilizará para ningún otro fin, y puede darse de baja en cualquier momento.

Compartir