Abdii Gaaliii

Abdii Gaaliii Jaalalli akka hidhaa laastikaa yoo ta'u tokko gaafa gadhiisu nama tokko kan qabatee dhukubsaa Ati anaaf nama ani jaalladhuu fi mararfadhudha. Sinjaalladha.

Homaa tokkoyyuu gatii sirraa hin barbaadu toluman si jaalladha. Utuu ati nan beekin sin beeka. Maqaa kees ta'ee seenaakee isa sirriin beeka. Dhuguman siin jedhaa ana malee namni siif ta'u hin jiru. Lafa dadhabbii kee hunda siifan dhaabbadha. Mudaankee ana biratti hin argamu. Anii fi ati situ hin hubanne malee walitti jirra. Homtuu gargar nun baasu. Hin duutu jedheen siif du'e. Ammas waan sirakkisu

u itti gaafatamaan kee ana hin sodaatin. Na dudduuba deemtee isa cubbuu hojjettu dhiisii! Garaa kee guutuu naaf amanami anis siifan amanamaa jedhee xalayaa jaalalaa kana kan gara keetti erge ana isa waan hundumaa dura ture, isa jiruu fi isa jiraataa IYYESUUS KIRISTOOS ilma waaqayyooti. Ergaa kana nama 15'f dabarsi amma isa ammaa kana galfati koo kun adaraa sitti haa ta'u. Anaafis deebisii naaf ergi.

10/07/2023
JECHOOTA HAYYOOTAA1)Ati of Daangesitee Teenyaan Eenyutu Daangaa si Ceesisa ?2)Osoo Nama Hin Ta'in, Namaaf Ta'uun Hin Jir...
09/07/2023

JECHOOTA HAYYOOTAA
1)Ati of Daangesitee Teenyaan Eenyutu Daangaa si Ceesisa ?
2)Osoo Nama Hin Ta'in, Namaaf Ta'uun Hin Jiru.
3)Of Beekuuf Murtoo hin Qabdu Taanan; Of Beektees Murtoo hin Murteessitu.
4)Barachuun Beekuu Miti. Beekuun Garuu Barachuudha.
5)Gad-aantummaa×Hirkattummaa×of awwaaluu= Of wallaaluu. Of Wallaaluun of Awwaaluudha.
6)Qabeenyi Bakka Malee Kufee fi Dagatame Ilma Namaati.
7)Namni Lakkoofsa Guutuuf Dhalate hinJiru. Lakkoofsa Guutuu Ta'ee Dhalata Malee.
8)Addunyaa keessa Jirramoo Addunyaatu nu keessa jira ?
9)Yoo Qophaa'aa Taate Guyyaan Borii Qabeenya ati Qooddachuuf Eeggattuudha.
10)Jaarraan kun Jaarraa Mul'ataan Injifatani Malee;Jaarraa Mufachuun Injifatanii Miti.
11)Addunyaan Sammuu kee fi Jecha Ati Waa'ee Keef Qabdu keessa jirti.
12)Nama Jechuun Bu'aa Yaada Isaati. Namni Waanuma Byaatu Fakkaata.
13)Barrisuu kan Dandeessu; Hanga Barrisuu Dandeessu yoo Amante Qofa…
14)Of hin Shakkin Inni Namni Biraa si Shakku Iyyuu si Ga'aa.
15)Dirree Injifatamtetti Lubbuun Jiraachuu Caalaa; Dirree Injifatte keessatti Duutee Awwaalamuu Wayya.
16)Meeshaa Ammayyaa Caalaa; Sammuu Injifannoo Qabaadhuutii Gara Dirree Seeni.
17)Tulluun Ofiin Beekee si Duraa Kufu hin jiru. Tulluun Ati Dhiibdee si Duraa Kufuu Didus hin jiru.
18)Sammuu Injifannoo Malee Hidhamee jiru Qabaachuun Rakkisaadha.
19)Sammuu Hidhamaan Addunyaa Hiikamaa keessa Jiraachuu irra Qaamaan Hidhamanii Sammuu Hiikamaa Qabaachuu Wayya.
20)Rakkina Kaleessa Sirra Ga'e Har'as Rakkina Jettee Dubbatta Taanaan, Har'a Iyyu Namaatu Siif hin Argine Malee Ati Rakkina Kaleessa Caalu keessa jirta.
21)Of Booda hin Ilaaliin! Borii kee Namni Siif Ilaalu hin Jiru::
Maddi:-MIHRATU SHAANQO

01/07/2023
01/07/2023

obseen dadhaabee
jiraachuu furmaatan
se.ee fagaachuu

Address

Addis Ababa Ethiopia
Jwala Ji Nagar
734878

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdii Gaaliii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Abdii Gaaliii:

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Contact The Business
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company in Jwala Ji Nagar?

Share