Oromia Times

Oromia Times Wellcome to OROMIA TIMES officially page.๐ŸŒ

Tuulamaa baga milkooftaan๐ŸŒ
14/06/2026

Tuulamaa baga milkooftaan๐ŸŒ

13/06/2026

Dilbata Garrii qabadhaa๐Ÿฉท
๐Ÿฆฌ

Breaking News Abbichuun badhaasaa namootaa ciccimoo afrikaatif qophaaโ€™e .namootaa 100 keessaa 1ffaa irraattii argamaa. A...
13/06/2026

Breaking News
Abbichuun badhaasaa namootaa ciccimoo afrikaatif qophaaโ€™e .namootaa 100 keessaa 1ffaa irraattii argamaa.

Abbichuu koo Rabbiin sii haa
Milkeessuu kaa๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

12/06/2026

Biyyii kun essaa ? ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ

ใ‚šviralใ‚ท

Breaking News ๐Ÿ“ฐ Ameerikaan halkan har'aa cimsitee Iraaniin rukutti jedhan Tiraamp ********Pirezidaantiin Ameerikaa Doona...
11/06/2026

Breaking News ๐Ÿ“ฐ
Ameerikaan halkan har'aa cimsitee Iraaniin rukutti jedhan Tiraamp
********
Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Kamisa har'aa akka ibsanitti, Ameerikaan halkan har'aa haleellaa cimaa Iraan irratti raawwatti jedha.

Waraanni Ameerikaa Iraaniin "Halkan Har'aa Cimsee" ni rukuta jedhan Traamp barreeffama midiyaa hawaasaa ofii isaanii Truth Social irratti barreessaniin.

Haleellaa Iraan irratti raawwatan hammeessuuf kan dhaadatan Tiraamp, humnoonni Ameerikaa yeroo dhiyootti bu'uuraalee boba'aa biyyattii ijoo ta'an akka qabatan himaniiru.

"Tiraamp dhaabbilee boba'aa Iraan qabaachuufi Boba'aa fi Gaazii ishees akkuma kan Veenzuweelaa guutummaatti to'achuuf kakataniiru.

ยฉ Amar Temam

Yaa rabbii nagayaa busii ๐Ÿคฒ๐Ÿป
ใ‚šviralใ‚ท ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ

๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ
11/06/2026

๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ๐ŸŒ

Address

Duhok

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Times posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share