Faris Ministry

Faris Ministry YouTube fariskedir1 , TikTok@faris_kedir , fb profile Faris Kedir Instagram .kedir12 group WORD OF LIFE MINISTRY I am not my own.

Aj'ibaa 😱     Mucaa   jedhamu kanaa himata irraatti banani hisiisan . Himatii isaan keessa tokko akka Mana murtii irraat...
28/05/2026

Aj'ibaa 😱
Mucaa jedhamu kanaa himata irraatti banani hisiisan . Himatii isaan keessa tokko akka Mana murtii irraatti dubifameetti kanadhata Keenyaa Waqaa bira gahuu dhorgee Kan jedhuuf maqaa nu ballesse Kan jedhudha 🤣🤣 is dhiroo tiyyaa garuu jarii tun Dhugamaa kiristaana????😱 Ani kiristaana mana murtii woli dhabuu agrees dhaga'ees Hin beekuu
Faris Kedir
Dubbusi 👇

Akka Kiristaanaatti, Kiristaanonni wal jaallachuu, waliif dhiifama gochuu fi araaraan rakkoo isaanii furuun akka qaban Macaafa Qulqulluun ni barsiisa. Kanaaf obboloonni amantii dhimma tokko irratti mana murtiitti wal geessuun gaarii akka hin taane ni gorfama.
Pawuuloos ergaa isaa keessatti akkana jedha:(1 Qorontos 6:1)
Isin keessaa namni tokko obboleessa tokko irraa hadheessa yoo qabaate, namoota Waaqayyoof qulqullaa'an duratti dubbicha ilaalchisuu irra, attamitti yaa'ii warra qajeelota hin ta'iniitti geessuuf ija jabaata ree?
Akkasun jechuun:
wal himachuun dura mari’achuu,araara buusuu,wal danda’uu,
fi dhiifama gochuun wayya jedha.
Sababni isaa Kiristaanonni:qaama tokko,Mootummaa Waaqayyoo keessaa obboloota,
fi wal jaallachuu qabu waan ta’aniif.

28/05/2026

Banin Adam hundii Maal jettaan Sila Jamal Abu Muaz

28/05/2026

Ni Ny**aate 😱

27/05/2026

Nabiyyiin Mu’ijizaa Tokkoyyuu Hin Hojjane
Faris Kedir Alii A Mohammed Ferhan Kiya Nasir Hamza

Gemeda Olana Kebede Bolla gubba jirtu deebi'a lakkaa🤣🤣
27/05/2026

Gemeda Olana Kebede Bolla gubba jirtu deebi'a lakkaa🤣🤣

25/05/2026

Dhaggeefadha Mee

Kaaleessa ganama jiraatuun magaalaa Yabelo tan taate deegartuun Arsenal F.C., Arsenalif dhichisa sirba oltee , Takka tur...
25/05/2026

Kaaleessa ganama jiraatuun magaalaa Yabelo tan taate deegartuun Arsenal F.C., Arsenalif dhichisa sirba oltee , Takka turtee immoo isheenu deeggarsa gaafata taatee argamate🤣. Sababni isaa qarshii 20,000 keessa liqisani . Qara ka Tokko nyaateef ana maltu Na galchee qilixama?

Nama baayyee jalaadhuf kabajuu        @
24/05/2026

Nama baayyee jalaadhuf kabajuu

@

24/05/2026

"This video shares a spiritual reflection for educational purposes."
Sahih al-Bukhari 6614
Narrated Abu Huraira:


Reference : Sahih al-Bukhari 6614
In-book reference : Book 82, Hadith 20
USC-MSA web (English) reference : Vol. 8, Book 77, Hadith 611

Daa'immaa kanaa yaadatuu yeroo tokko Amerika geesina jedhani tarsaa turan garuu mucaan akkanuma Jireenyaa Isa dhibaa jir...
22/05/2026

Daa'immaa kanaa yaadatuu yeroo tokko Amerika geesina jedhani tarsaa turan garuu mucaan akkanuma Jireenyaa Isa dhibaa jira. Aj'ibaa soba wara qabeenya qabu

Kormii kun Gujjii Lixa irraa dhufe Faris Kedir
15/05/2026

Kormii kun Gujjii Lixa irraa dhufe Faris Kedir

Address

Nairobi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Faris Ministry posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share