Wario

Wario Namni waani sii hin jenne hin qabu ati nama kaayyoo qabu ta'i

28/08/2024
24/05/2023

-Beeni achi lakkisi yoo akkanni Gurra Taate
Hin fuudhini haa ta'uu yoo ati qofti dubra Taate.

14/05/2023

Kiilimanjaarroo koree
Iyyee si waammadhuu
Akkattan si jaaladhu
Hundatti beeksifadhuu?

Laga awaash of gatee
Jaalala koo siif ibsuu?
Moo waardiyyaa kee siif ta'ee
Qabeenya kee siif tiksuu?

Akkamiin na hubatta
Mee maalinan siif ibsaa
Yoon maal siif ta'en
Garaa kee si ciibsaa?

Situu hin barreef malee
Sombi koo siin arganaa
Dubbii sagalee keetu
Qaama koo hundaa banaa

Maashafi lafeen koo martuu
Ajaja keen socha'uu
Siin malee eenyumtuu
Kanarra nan moo'u

Jaalala koo hubadhuu
Miidhama na oolchi
daraa koo fudhadhuu
kunuunsa kee naaf tolchi

Namni Hayyuu kana jaalatani like gootani malee bira hin dabrina.
11/05/2023

Namni Hayyuu kana jaalatani like gootani malee bira hin dabrina.

Jecha jabaa
09/05/2023

Jecha jabaa

Address

Nagele Borena
Moyale
FINFINETONAIROBI

Telephone

+251949287995

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wario posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Wario:

Share