Ilma Gidiraa

Ilma Gidiraa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ilma Gidiraa, Media/News Company, Moyale.

02/11/2024
02/11/2024

Dhaggeeffadhu.!

  Anaa Dharraa ዳራ Waraanni Mootummaa guyyaa hara'a (Sadaasa 1, 2024) Magaalaa Adaree  taa'ee meeshaa moortaraa jedhamuun...
02/11/2024

Anaa Dharraa ዳራ Waraanni Mootummaa guyyaa hara'a (Sadaasa 1, 2024) Magaalaa Adaree taa'ee meeshaa moortaraa jedhamuun ummaata gandoota
Baabuu Dirree
illuu waayyuu
Raachoo
Meettaa
Tulu gudo jedhamuti Warraan Motummaan mesha gurguda itti daarbatee jiraa Qotee bulan Dharraa guyyaa guyyaa irraa Rakkoo Cimaatu Uummaata qotee bulaa irraa gaha jira ummaanni qotee bulaa aanaa dharraa kallaati garagarati humnii Mootummaan fi faannooti gochii duguugaa sanyii Uumnaata oromoo dharraa hojjata jira lolaa irraatti labsuun ummaata nagaa fixaa jiraa ganda baabu dirreeti lolaa gaggeessen lubbuu Uummaata qulqullu baay'ee medhamee jira Qutee bullaan keenya qeehessa irraa baqacha jiru
baay'inaa namoota du'anii ammaaf addaan hin baasne.

ARAATA BIYYOOLESSA OROMIYAAONM ABO Onm-Abo BEEKSISA!Sagantaan Arraata Biyyoolessa Oromiyaa kan karaa Short Wave torbanit...
30/10/2024

ARAATA BIYYOOLESSA OROMIYAA

ONM ABO Onm-Abo

BEEKSISA!

Sagantaan Arraata Biyyoolessa Oromiyaa kan karaa Short Wave torbanitti guyyaa shan isiniif darbu Onkoloolessa 27, 2024 irraa eegalee dambalii wal fakkaataa irratti sa'a tokko of dura siiqee galchuma sa'aa 7:00pm haga 7:30pmitti jijjiiramuu isaa kabajaan isin hubachiisaa, sa'aatiin fi dambaliin irratti tamsa'u kun kan haga Guraandhala 25, 2025 turu ta'uu kabajaan isin beeksisna.

INJIFANNOO UMMATA OROMOOF!

ARRAATA BIYYOOLESSA OROMIYAA!

OROMIA NATIONAL MIDEA (ONM)

Maaddii gaafa machoofte irra ejjetetu gaafa beelofte si gaabbisiisa beektaa!"Cubbuun bishaanii harka buleen nama nyaachi...
29/10/2024

Maaddii gaafa machoofte irra ejjetetu gaafa beelofte si gaabbisiisa beektaa!
"Cubbuun bishaanii harka buleen nama nyaachisa" jetti haati goofaree!

Seerri naamusaafi dambiin adabaa kun waraqaa irra malee nama kamuu keessa hin jiru mitii amma?
Caalaa Boruu

WBOn Birgeedii Murtii Guutoo Lixa Shaggar aanaa Jalduu keessatti tarkaanfii fudhachuun waraana PP 10n booji’eONM-ABO Onk...
17/10/2024

WBOn Birgeedii Murtii Guutoo Lixa Shaggar aanaa Jalduu keessatti tarkaanfii fudhachuun waraana PP 10n booji’e

ONM-ABO Onkoloolessa 17,2024 Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo Birgeediin Murtii Guutoo Zoonii Giddu Galeessaa godina Lixa Shaggar aanaa Jalduu mooraa waraana PP ganda Kilbee keessatti har’a Onkoloolessa 17,2024 barii barraaqan mooraa isheetti dhaquun dhukkee irraa kaaseera.

Lola jabaa ganamaan magaalaa Jalduu irraa kiilomeera 3 hin faganne irratti taasifameen loltootni faashistii PP hedduun du’aa fi madoon kan adabamte yoo ta’u, loltootni 10 harkaan qabamtee jirti.

Lola kanaan qawwee AKM 15, rasaasaa fi qophii waraanaa irraa hiikuun dantaa qabsoo bilisummaa Oromoof oolchee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof !

    Ofeeggannoo cimsaa Warrii armaan gadii kuni Walgahii irra turanii ba'u ummata Oromoo ta’e dhaaba Shanee kan  deeggar...
09/12/2022


Ofeeggannoo cimsaa
Warrii armaan gadii kuni Walgahii irra turanii ba'u ummata Oromoo ta’e dhaaba Shanee kan deeggaru bakka argitaniitti qaba hidhaa jechuun waliigalitee isaanii xumuraanii demaa jiru.

HAO, poolisii Oromiyaa fi Milishoota warrii kuni naannoo Magaalaa Finfinnee "Alaam Ganaatti marii'atte bahaa Jirti.

Mudde 08, 2022 Waamicha  /ABO-WBO irratti hundaa'uun daandiin Dirree Incinnii irraa gara Ambootti geessu Qeerroo Bilisum...
08/12/2022

Mudde 08, 2022 Waamicha /ABO-WBO irratti hundaa'uun daandiin Dirree Incinnii irraa gara Ambootti geessu Qeerroo Bilisummaa Oromoon cufamuun geejjibni ugguramee jira.







/ABO-WBO
=======> Itti fufa.
Itti fufi atillee !

Oduu Ammee...Sochiin Humnoonni Amaaraa magaalaa Agamsaa fi Aanaa Amuruu guutuutti to’achuuf taasisaa jiran jabaatee itti...
02/12/2022

Oduu Ammee...

Sochiin Humnoonni Amaaraa magaalaa Agamsaa fi Aanaa Amuruu guutuutti to’achuuf taasisaa jiran jabaatee itti fufe jedhan jiraattonni.

Poolisiin humna addaa Oromiyaa magaalaa Agamsaarra ture, humna ittiin hidhattoota Faannoo dura dhaabbannu hin qabnu jechuun jiraattotni magaalicha akka gadhiisan erga taasisee booda ofiis waliin Agamsa gad dhiisee ba'uun dhaga'ameera.

Duulli qinda'aan saamicha lafaafi ajjechaa sabummaarratti xiyyeeffachuun uummata Oromoorratti baname kun waggoota lamaa oliif furmaata osoo hin argatin tureera

Address

Moyale

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ilma Gidiraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Ilma Gidiraa:

Share