Qubsa Booraana

Qubsa Booraana

06/05/2024
06/05/2024
04/05/2024
12/04/2024

Israa'eeli fi Gaazaan waliigaltee waraana dhaaburra osoo hin gahiin hafan

GBS; Ebla, 3/2024 Walii galtee waraana dhaabuu Israa'eeli fi Hamaas jidduutti dubbatamaa ture fedhii biyyoota lamaniirraa kan ka'e walii galteerra osoo hin gahiin hafuutu mul'ata.
Karaa biyyoota lamaaniiraahu falmii jabaa booda suuta suuta gara waraanatti deemaa jiraachuu fi gargaarsi miidhaan nyaataa gaazaa gara kaabaatiin akka hin senneef israa'eel ittisuu itti fufuun lammileen gaazaa hedduun beelan miidhamaa jiraachuutu gabaafame.

Maddi: Aljizeraa

Address

Moyale

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qubsa Booraana posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share