Elemoo Qilxuu

Elemoo Qilxuu I'm Oromoo first

Good Afternoon everyone
23/06/2024

Good Afternoon everyone

25/04/2024

Sababa tokko malee,hanga dandeetteen,ilma namaatiif gaarii tahi,tola itti ooli,rakkoo isaa hiikuuf fedhii qabaadhu.

Eeee
Namni qorsa namaati,namni faaya namaati,namni utubaa hawaasummaati,namni ijaarsa baiyyaatii laali.

Namana
Bareeduuf yaaluu dhiisii,fokkina jalaa bahi,beekkamtii argachuuf carraaquu dhiisii,doofummaa jalaa bahi,sila yoo beektes,yoo beekkamtes,yoo dhiistes,nama biraa gammachiisuuf osoo hin taane,simaaf tahaa uf argi.

Hey
Sababa tokko malee namummaadhaaf nama bira dhaabbachuu dandeenyaan namooma qabdaa beeki.

Yes
Be the hand that lifts others up.

25/04/2024
21/03/2023

Breaking news
Baatiin Ramadaanaa Bara 1444 waan hin mullatiniif soomanni guyyaa kamisaa March 23, 2023 Akka eegalu Sa'uud Arabiyaan beeysiftee jirti. Kanaaf guyyaan boruu Sha'abaana 30 Yoo tahu Ramadaanni galgala boruu eegala.
Baga Ramadaana waggaa kanaa warra eege keessaa tokko taate!

Address

Moi
Nairobi Area

Telephone

+251920910135

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Elemoo Qilxuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Elemoo Qilxuu:

Share