KIYA Media

KIYA Media Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from KIYA Media, Video Creator, Minneapolis, MN.

*Welcome to KIYA Media Your Trusted Source for News, Entertainment, and Financial Insights*
- Breaking news and in-depth coverage of local and global events Entertainment news, reviews, and exclusive interviews- Financial news, market analysis.

Ameerikatu itiyoophiyaa Gargaaree jedha bulchuun Ameerikaa Donald Trump waa'ee hidha Laga abbaay irratti dubbii akka Har...
07/15/2025

Ameerikatu itiyoophiyaa Gargaaree jedha bulchuun Ameerikaa Donald Trump waa'ee hidha Laga abbaay irratti dubbii akka Harree diidoo wal dhiituu asumatu itoophiyaa nuttu Gargaaree jechaa asumattuu ijibtii irra goree dubbata. maaliif gargaarehoo yoo ijibtiif ka Tumsituu taate American.....Donald J. Trump Abiy Ahmed Ali.....

07/15/2025
07/15/2025

Huccuun lafarra harkisan aadaa kiyyaa miti jedhe abbaan Gadaa arsii. Gabbarri hafuu qaba moo itti fufuu qaba.? comment j...
07/13/2025

Huccuun lafarra harkisan aadaa kiyyaa miti jedhe abbaan Gadaa arsii. Gabbarri hafuu qaba moo itti fufuu qaba.? comment jala naaf kaaya yaada keessan.

07/12/2025
Dr ittaanaa haftee fi jawar Mohammed wal biratti yeroo agartan maal yaadattuu mee comment.
07/12/2025

Dr ittaanaa haftee fi jawar Mohammed wal biratti yeroo agartan maal yaadattuu mee comment.

07/11/2025

Ergaa Hattatamaa Lana Waliff qooda
Makii Oromia

Gaaffii kana deebisaa,?1ffaan Abiy Ahmed moo Jawar Mohammedtu Oromoodhaaf irraa qabsaahe akka yaada keessanitti.?2ffaan ...
07/10/2025

Gaaffii kana deebisaa,?
1ffaan Abiy Ahmed moo Jawar Mohammedtu Oromoodhaaf irraa qabsaahe akka yaada keessanitti.?

2ffaan siyaasaa Jawar Mohammed moo siyaasaa Abiy Ahmaditu uummata Oromoo fayyada jettanii yaaddu.?

3ffaan osoo silaa carraa siif kennanii Abiy Ahmad maal gaafata,? akkasuma jawar Mohammedis maal gaafatta.?

Namni numa kijiba nama hanga Dr milkeessaa kijibu argee hin beeku ani Namni numa Propaganda dalagaa nama hanga Dr milkee...
07/08/2025

Namni numa kijiba nama hanga Dr milkeessaa kijibu argee hin beeku ani
Namni numa Propaganda dalagaa nama hanga Dr milkeessaa propaganda irratti dadhabaa argee hin beeku ani.

yaa Dr milkeessaa keenya qusachaa baradhu siyaasan qusachaas ni barbaachisa waan ta'eef wanta amma dubbachuu qabdutu jira wanta booda dubbachuu qabdutu jira wanta ammoo gizeen furuutu jira.

Oduun- "OMN" Doolaara Miliyeena shaniin gurguramee jettu tun garamii baate dhiiroo just Question? miidiyaa sabaa qabeeny...
07/07/2025

Oduun- "OMN" Doolaara Miliyeena shaniin gurguramee jettu tun garamii baate dhiiroo just Question? miidiyaa sabaa qabeenya ummataa Wan ta'eef....

kadiir martuu jechuun university saba Oromoti kadir martuu jechuun mana barnoota afrikaanotaatiKadir Martuu jechuun mana...
07/07/2025

kadiir martuu jechuun university saba Oromoti
kadir martuu jechuun mana barnoota afrikaanotaati
Kadir Martuu jechuun mana barnoota addunyaati gurratti si caala'u kadir koo osoo siin hin baane nutuu deebii itti kenninaa deebii itti hin kenniin gadi-galootaf.
If you like it like..

07/06/2025

Listen Oromo ko.

Address

Minneapolis, MN

Telephone

+19295663068

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when KIYA Media posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to KIYA Media:

Share