Oromia South Voice

Oromia South Voice Lubaan Bulla Malee Qubaan Hin Bullu.🀏

With Oromia Media Network – I just got recognised as one of their top fans! πŸŽ‰
13/06/2026

With Oromia Media Network – I just got recognised as one of their top fans! πŸŽ‰

Uummanni godinaalee Harargee dhiibbaa jabaa jala jira.✍️ Qaamolee adaamaa fi bordoddee gidduutti wal-gurmeessanii jimaa ...
09/06/2026

Uummanni godinaalee Harargee dhiibbaa jabaa jala jira.✍️

Qaamolee adaamaa fi bordoddee gidduutti wal-gurmeessanii jimaa harargee saaman irratti mootummaan tarkaanfii fudhachuu dhabuun. Dhimmicha irratti mootummaa harka keessaa qaba jennee akka nuti shakkinu taasise.

Jimaan uummata keennaf bu'uura jiruu fi jireenyaati. Gochaan jimaa harargee gabaa hanqisuuf taasifamu kun uummata harargee rakkoo hamtuuf saaxilaa jira. Saamtonni bordoddee fi adaamaa gidduu buufatanii konkolaattota jimaa saaman qaama mootummaatiin akka walqabatan shakkii hin qabu.

Qaamoleen mootummaa federaalaa fi naannoo dhimmicha irratti maaliif cal'isuu filatan? Maallaqni konkolaachiftoota jimaa ukkaamsanii fudhachuun maatiin akka kafalu dirqisiifamu karaa baankii mootummaa irratti galaa jira. Dabalataan uummanni konkolaachiftoota baraaruuf birrii miiliyoonaan kafalaa jira.

Jimaan bordoddee ka'ee hanga adaamaa gahu lafa gammoojjii keessa waan fe'amee deemuuf akka aduun hin mancaafneef halkan deema. Kanaan walqabatee warri saamicha adeemsisu kun immoo gurmii guddaa tolfatanii kanatti eegu.

Rakkoon kun irra deddeebiin yeroo dheeraa mudachaa waan jiruuf dhimmi kun furmaata akka argatu yeroo baay'ee gaafannee qaamni mootummaa deebii itti kennuu dide.

Kun maaliif barbaachise laata?πŸ€”

Oromia South Voice Jawar Mohammed Abiy Ahmed Ali Oromo Federalist Congress - OFC Oromia Media Network

08/06/2026

Celebrating my 1st year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. πŸ™πŸ€—πŸŽ‰

Edaa tanaaf faarsee bultoota xixiqqoo kibba oromiyaa takka dadhabne?
08/06/2026

Edaa tanaaf faarsee bultoota xixiqqoo kibba oromiyaa takka dadhabne?

Abdii Ileen badii hanga sana gahu uummata Oromoo irratti raawwate gadhiifamee nagaan bakka jiraatutti dargaggoota haleel...
06/06/2026

Abdii Ileen badii hanga sana gahu uummata Oromoo irratti raawwate gadhiifamee nagaan bakka jiraatutti dargaggoota haleellaa sana uummata irraa qolachuuf yaalan waggaa hanga kana guutuu dararuun daba.

24/05/2026

Nadoo qamadii allahu AkbarπŸ˜πŸ™ŒπŸ€«

Oromoo qawween tiksuun maalif barbaachise ree? Bineensa mitii bar oromoon ilma namaati.🀦
30/03/2026

Oromoo qawween tiksuun maalif barbaachise ree? Bineensa mitii bar oromoon ilma namaati.🀦

KFOn filannoo bara kana irratti maal jedha? Oromo Federalist Congress - OFC) KFOn Seera boordii filannoo irra akka hin h...
29/03/2026

KFOn filannoo bara kana irratti maal jedha?

Oromo Federalist Congress - OFC) KFOn Seera boordii filannoo irra akka hin haqamneef qofa kaadhimamtoota (6) jaha dhiyeeffate. Hanga sabni nuti qabsoofnuuf dimokiraasii dhugaa argatutti qabsoo kenna itti fufna jedhan.

Filannoo irraa haftanii akkamiin uummataaf qabsooftu? jechuun gaaffii BBCn dhiyeesseef akkas jechuun deebisan. Prof Mararaan.

Qabsoon filannoo qofaa miti. Hamma dandeenye waan dhugaa dubbachaa, karaa dhugaa irratti nama ijaaraa siyaasa biyya kanaa keessa warra jiran hunda wajjin hojjachaa biyyi kun gara sirna dimokiraasitti akka ceetu yaaluu dha. Qabsoo jechuun isa kana jedhan.

Dhaabni Adda Bilisummaa Oromoo ABOn garuu bara kana kaadhimamtoota (167) mana maree bakka bu'oota uummataa fi mana maree naannoleef dhiyeessuun filannicharratti akka hirmaatu beeksisaa jira. Duula filannoo gaggeessun alatti paartilee biroo waliin falmii gaggeessaa jiran.

Address

Nairobi
24HOURS

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia South Voice posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share