Galma Abbaa Gadaa

Galma Abbaa Gadaa Qabsoo Oromummaa

23/04/2025
28/03/2025

Dachee gubbaatti, dachee keessaafi garaa galaanaa jalattillee sobni amma kanaa ga’u waan uumamee beeku natti hin fakkaatu!

“Kanin qalame gaafa Waxabajjii 15 ti. Ergan qalamee booda nan du’e. Yommuu warri na qalee na ajjeese sun narraa siqan immoo ‘a’aaa’ jedheen lubbuu horadhee ol ka’e. Yommuun ol ka’u ammas deebi’anii na qalan.”

Gaazexeessaa:
“Waan duute se’anii si dhiisanii deemanii?”

Namicha: “Lakki, du’eera malee! Du’uu du’eera. Duunaan na dhiisanii deeman.”

Ani erga namicha kanaatii waanuman miidiyaa jaraa irratti argu tasa amanee hin beeku!

Diina akkanaa kana waliin biyya tokko himachuu irraa biyyitii tun diigamuutti naaf salphata.  **dh*R**ftu.
26/03/2025

Diina akkanaa kana waliin biyya tokko himachuu irraa biyyitii tun diigamuutti naaf salphata. **dh*R**ftu.

31/01/2025

With Galaana Gaaromsaa – I just got recognized as one of their top fans!

Har'a biyya teenna keessatti heeduun namaa akkuma gurbaa diqqaa kana jireenyii itti ulfaate imimmaan lakkuu roobsisaa ji...
26/01/2025

Har'a biyya teenna keessatti heeduun namaa akkuma gurbaa diqqaa kana jireenyii itti ulfaate imimmaan lakkuu roobsisaa jira. .

Address

Sololo
SOLOLO

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Galma Abbaa Gadaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category