Tasfu man Iyob

Tasfu man Iyob Oromummaan dhiigaa Oromiyyaan biyya!❤️🌳❤️

Adem
22/12/2025

Adem

Kolla giddi’ii😁🙈
19/12/2025

Kolla giddi’ii😁🙈

Goofareef soodareen qabeenna oromooti!🤌🏿
18/12/2025

Goofareef soodareen qabeenna oromooti!🤌🏿

Jalane Wachu follow godhadhaa 🤌🏿Ogummaa barata jirti h**duu si woraantee 🩺💉💊mataa si fayyichi gara fuulduraati!
18/12/2025

Jalane Wachu follow godhadhaa 🤌🏿
Ogummaa barata jirti h**duu si woraantee 🩺💉💊mataa si fayyichi gara fuulduraati!

Qadhaa Dambaliin deette!🔥
16/12/2025

Qadhaa Dambaliin deette!🔥

Galmmee gara galche goottaan!🎤🎹🎻🎺📖
08/12/2025

Galmmee gara galche goottaan!🎤🎹🎻🎺📖

Barattii bara sanaa Bara hantuuta nyaatanii Amboo gara galagalaa Bara abjuun maraatanii Maaster pilaanii nun jennaan qab...
17/11/2025

Barattii bara sanaa
Bara hantuuta nyaatanii
Amboo gara galagalaa
Bara abjuun maraatanii

Maaster pilaanii nun jennaan
qabaa nudadhabanii
Gidaami nufuudhanii
Buraayyuun nubaasanii

Sabbataan keenya jenne
Nuti falmaa eegallaani
Firris ormaf michoomee
Qaama qalbi nucabnaani

Osoo kanaan jiruu
Raajiin tokko dhalatee
Urgaan bilisummaa
Cancalli isaa mullatee

Haati goota dhaltes
Osoo kolfuuf seeqqattu
Ilmaanshe waal garreffanaan
Yoo mogoleen ishee cituu

Imimaan lakkuu lakkuun
Yoo hirira qabatuu
Gidduudhaan nyaara guurte
Yoo waan taatu walaaltuu

😡Barattii bara kana 😡

Gariin gabrumma didee
Bosonatti dacha’ee
Gariin bilisomne jedhee
Gammachuun machaae

Qalloon akka kiyya
Kan ____________
_______________
_______________🤭

Hub:-walaloo kana namni waanan irraa hir’ise bare itti guute nin badaasa copy godhee dhufe!🙏

Kuchoo challenge!🔥🔥
15/11/2025

Kuchoo challenge!🔥🔥

Buna☕ gujii!☕
06/11/2025

Buna☕ gujii!☕

Adres

Nagele

Website

Meldingen

Wees de eerste die het weet en laat ons u een e-mail sturen wanneer Tasfu man Iyob nieuws en promoties plaatst. Uw e-mailadres wordt niet voor andere doeleinden gebruikt en u kunt zich op elk gewenst moment afmelden.

Contact

Stuur een bericht naar Tasfu man Iyob:

Delen