Oromo Music

Oromo Music youtube.com/ For Advertising Email:- [email protected]
(4)

30/05/2026

SEENAA OROMOO BOORANAA FI HIDDA LATIINSA ISAANII

KUTAA 1FFAA

Hunduu Sirra Tola Hacee Yaadannoo KeetiifđŸ˜Ș🙏
30/05/2026

Hunduu Sirra Tola Hacee Yaadannoo KeetiifđŸ˜Ș🙏

Namichi kuni du'e moo ni jiraHalkan Gaarii qabaadha
29/05/2026

Namichi kuni du'e moo ni jira
Halkan Gaarii qabaadha

    đŸŽ€  Rabbii si ha fayyisu yeroo rakkoon fi qormaanni jireenyaa nama mudatu, jaalala ummataa fi du’aan gaariin nama jab...
29/05/2026

đŸŽ€ Rabbii si ha fayyisu yeroo rakkoon fi qormaanni jireenyaa nama mudatu, jaalala ummataa fi du’aan gaariin nama jabeessa.

Artistiin keenya jaallatamaan Galataa Labuu yeroo ammaa kana dhukkuba ijaatiin wal’aansa keessa jiraachuun nama gaddisiisa. Rabbiin keenya fayyaa guutuu isaaf haa kennu, yeroo gabaabaa keessatti akka fayya guutuun isaa Debbie haa garu . đŸ€Č❀

"Dhukkubni kamiyyuu dandeettii Rabbii gadi!" Galaataa keenya, jabaadhu! Nuti hundi keenya si maddii jirra. Rabbiin dafee bifa milkiitiin fayyaa kee siif haa deebisu.

Rabbiin ija isaa kanaan dura caalaa ifaa fi fayyaa guutuu akka deebisuuf haa kadhannu.

“Yaa Rabbi, dhukkuba isaa irraa fayyisi, humnaafi obsaa isaaf kenni.” đŸ€Č

Adresse

Norway
Oslo

Nettsted

https://www.youtube.com/@oromomusic12

Varslinger

VÊr den fÞrste som vet og la oss sende deg en e-post nÄr Oromo Music legger inn nyheter og kampanjer. Din e-postadresse vil ikke bli brukt til noe annet formÄl, og du kan nÄr som helst melde deg av.

Kontakt Bedriften

Send en melding til Oromo Music:

Del