10/10/2025
📖 Far. 91:16 “Bara dheeraadhaan isa nan quufsa, akka ani fayyisus isa nan argisiisa" in jedha.”
🎈 Nagaan waaqayyoo isniif Haa baay'atu qulqulloota guutummaa Adduunyaarraa karaa foddaa televizyiinii fi toora miidiyaalee hawaasummaa keenyaan nu hardofaa jirtan hundumaaf.
🎈Namni waaqayyoo raajii Masarat Taayyee, guyyaa kabaja yaadannoo dhaloota isaanii sababeeffachuun namoota dhibee garaagaraatiin qabamanii dhukkubsataa jiraniif kadhachuufiif namoota 1500'f waamicha gochuun isaanii ni yaadatama.
🎈Waamicha isaanii hordofuun namoonni hedduun guyyoota kaleessaa fi har'aa (28 fi 29/01/2018) simannaan taasifameefii tajajilamuuf iddoo qabataniiru.
👉 Maarree sagantaan kadhannaa gaafa (30/01/2018- 02/02/2018) tti taasifamu kun guyyaa borii/ Jimaata ganamaa eegalee tamsaasa kallattiin waan darbuuf nu hordofaa isiniin jechaa, gamanumaan, Waa'ee nama waaqayyo bara kana keessa dibee nuu kaase raajii Masarat Taayyeetiif Waaqayyoon galateeffaataa, akka isin waa'ee isaaniif waaqayyoon kadhattaniif waamicha isiniif goona.
👆 Namoonni sababa garagaraatiin carraan kun isin hin qaqqabne, karaa tamsaasa keenya kallattii Kanaan amantiin sagalee waaqayyootti hidhachuun fayyina keessan simachuu dandeessu. Fageenyi Lafaa, Fayyisuu Harka Waaqayyoo Hin Daangessu.
🎈 Irra deebi'uudhaan, Nama waaqayyoo Raajii Masaratiin, Baga dhalattan!
====== የአማርኛ ትርጉም =====
📖 መዝሙር 91:16 “ረጅምን ዕድሜ አጠግበዋለሁ፥ ማዳኔንም አሳየዋለሁ።"
🎈በቴሌቪዥን መስኮት እና በተለያዩ የማህበራዊ ሚዲያዎቻችን ለምትከታተሉን ክቡራን የፕሮግራሞቻችን ተከታታዮች፣ የእግዚአብሔር ሰላም ይብዛላችሁ!
🎈የእግዚአብሔር ሰው ነቢይ መሰረት ታዬ፣ የልደት ቀናቸውን መታሰቢያ ምክንያት በማድረግ ለ1500 ህሙማን ለመጸለይ ጥሪ ማደረጋቸው ይታወሳል።
🎈 ጥሪያቸውን ተከትሎ ታድያ እንግዶቻችን ቦታ ቦታቸውን ይዘው፣ ዝግጅቱ ተጠናቋል!
🎈 ስለዚህም የጸሎት ፕሮግራሙ ከነገ አርብ (30/01/2018) ጠዋት ጀምሮ እስከ እሁድ(02/02/2018) የሚደረግ ሲሆን፣ ሙሉ ፕሮግራሙን በቀጥታ ስርጭት እንድት ከተታተሉን እያልን፣ በዚሁ በዘመናችን እግዚአብሔር ለምድራችንና ለዓለማችን ቀብቶ ስላስነሳው ሰለ ነቢይ መሰረት ታዬ እግዚአብሔርን እንድታመሰግኑና እንድትጸልዪላቸው ጥሪያችንን እናቀርባለን!
🎤 የቦታ ርቀት፣ የእግዚአብሔርን የማዳን ክንድ አይገድብም!
🎈በድጋሜ እንኳን ለእግዚአብሔር ሰው ነቢይ መሰረት ታዬ የልደቱ መታሰብያ ቀን አደረሳችሁ!
መልካም ልደት!
===== English translation=====
📖Psalm 91:16: "With long life, I will satisfy him and show him my salvation."
🎈To all our followers of our programs on television and various social media, may God's peace be upon you!
🎈It is recalled that the man of God, Prophet Mesed Taye, has made a call for 1,500 sick people to pray for them on the occasion of his birthday.
🎈Following his call, our guests took their places, and preparation for the event is over!
🎈Therefore, the prayer program will be held from tomorrow, Friday (30/01/2018), morning until Sunday (02/02/2018). We kindly invite you to join us in the live broadcast of the entire program, and we encourage you to pray and thank God for Prophet Mesed Taye, whom God has anointed for our land and our world in our time!
🎤 Distance is not a barrier to the healing power of God!
🎈Once again, happy birthday to the man of God, Prophet Mesed Taye!
Happy birthday!