Fiiroo Page

Fiiroo Page Namni guyyaa qiyaama magudummaa fuula rabbii sif dhabbatu Nabii_Mohammed qofaﷺ❤❣❤
Sallallaahu ❤❤ Aleyhi ❤❤ wasallam

03/06/2026

🤣🤣🤣

JIILA QABNAAF JILA jaraa Laganne! Alaabaa Uummata Oromoo kana Finjaala(sinii)Bunaa warra itti dhugan illee hidhaa,reebaa...
03/06/2026

JIILA QABNAAF JILA jaraa Laganne!
Alaabaa Uummata Oromoo kana Finjaala(sinii)Bunaa warra itti dhugan illee hidhaa,reebaa,Faaya Callee mormaa hafa harkaatti Nama irraa yaasaniii Gubaa,Gubsiisaa erga turanii filannoon dhiyaannaan Fakkeessaaf Akka Waan Alaabaan kun dhorkaa malee Oromoof eeyyameetti ittiin siyyaasa tolfachuuf bakkoota hedduutti Waan dikookiraasiin Qajeele fakkeessanii Olola isaaniif ta'u tolfatanii jiru.Alaabaa kana Uummanni Oromoo waan Jaalatuuf Gaafa Saba Kana Goyyomsuu barbaadan alaabaa kanaan itti dhufu.Kun garuu siyyaasa Mootummaa kanaati.kana dhaloonni qubee bareechee beeka.Sirna Nama nyaatu kana sirnaan osoo beeknuu,akkamittiin wajjin maaddii tokko irratti soorachuuf harka dhiqannee dhiyaanna?
''Dachaasanii dhibba eegu,
Fageessanii fira beeku'' jedhe Obbo Likkiisaan Abbaan Masankoo

JIILA Qabnaaf,JILA jaraa didn't
Page

03/06/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Boqonaa Kiyaa Quranaa, Morkata Ture, Kaalid Kadir, Šhãmšūū Aliyyii, Gemeda Nado, Finxabas Musxafa, Tofiiq Kalifuu, Alhamdulilah Alhamdulilah, Bîlîsûmââ Dhââ Hâwwîî Kôô, Kaarrule Page, Oromoof Oromiyaa Oromoof Oromiyaa, Feeysaal Abraahim, Murtii Kadar Jr., Husseen Hashim, Mu'az Miftahii, Miftaahuu Amin, Naifa Obsii Naifa Obsii, Finfinnee Jabeessa Oromoo, Abdaa Aadam, Nuroo Ab Qadiir, Jatani Dabaso Guyo, Jamaal Oro, Jaal Falmataa Sabaa, Tokkicha Hararge, Murataa Aliyyii, Abdi Kadiro, Ahamed Kamal, Aarif Aamannuur, Afandii Ahmed, Abshala Muca Ahmad Liijii, Xiyya Xiiqii, Femasaa Dadar, Shamaarkee Sabboonna, Adam Oromoo, Asladin Amme, Kamme Abbaa Jalalaa, Abdusamad Nuradhn, Risaa Carcar Cirroo, Boonaa Jemaal, Asadoo Naasir, Jalatama Muca Lixaa, Ammee Hirna Lij, Urjii Barii, Tokicha Nolee, Latuu Walaga, Jaal Seenaa, Best Oro, Mahammad Ahamad Siraac

03/06/2026

With Martu Si Malee Gadaa – I just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

Baga gammanne,gammaddan🎉🥳👏Qilleensi tasgabbaahe PSG Raayyaa ittisa faalama qilleensa addunyaa Ulfaadhaa🤭
30/05/2026

Baga gammanne,gammaddan🎉🥳👏

Qilleensi tasgabbaahe PSG Raayyaa ittisa faalama qilleensa addunyaa Ulfaadhaa🤭

30/05/2026

Namni guyyaa qiyaama magudummaa fuula rabbii sif dhabbatu Nabii_Mohammed qofaﷺ❤❣❤
Sallallaahu ❤❤ Aleyhi ❤❤ wasallam

29/05/2026
Guyyaa Qiyaamaa Harki kee Raga sifi haa ba'au Ergama Rabbii Nabi Mohammed irratti salawaata buusu
10/10/2025

Guyyaa Qiyaamaa Harki kee Raga sifi haa ba'au Ergama Rabbii Nabi Mohammed irratti salawaata buusu

Adeeroo Yadeta Juneydi Bekri  baga keenya taate.  Adeeroo keenya we are so proud of you!! Akka biyyattiitti amanamummaan...
07/10/2025

Adeeroo Yadeta Juneydi Bekri baga keenya taate. Adeeroo keenya we are so proud of you!!
Akka biyyattiitti amanamummaan Gibira guddaa kaffaluun badhaasa PLATINIUM fi badhaasa addaa. Passport Diplomatic fi Waraqaa VIP biyya kana keessatti Biiroolee kamiyyu Airport dabalatee hiriira malee akka seenu Mummicha Ministeeraa keenya Abbichuu (Dr. Abiy Ahmed Ali) irraa yeroo tokkotti badhaasa 3 badhaafameera. Adeeroo keenya, Badhaasni kee badhaasa Uummata Oromoo maraati. Nu boonsite.
Congratulations Team Brighton. 🫡
゚viralfbreelsfypシ゚viral

Diin Islaamaa Waa hunda Namaaf Laaffisa, Rasuul ﷺ SAW 💔✍️
07/10/2025

Diin Islaamaa Waa hunda Namaaf

Laaffisa, Rasuul ﷺ SAW 💔✍️

Address

Duwadimi
Al Bahah

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fiiroo Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share