Ismaa'il ilma sabaa Arsii Jajuu Page

Call

Ismaa'il ilma sabaa Arsii Jajuu Page Aadaa Duudhaa Osoo Hin Cabsinee
Osoo Hin Dabsinee Dhugaan Dhamaan
Sabaaf Qabsoofna❤💚❤💪💪✊✊💞🌺💔

30/08/2026

Shekkoleen maal rabbiin godhe barana sila Faarsee bulaa taatee dhumtee hunduu diin rabbii irraanfatte yaa nuuhii🙆‍♂️😂😏

30/08/2026

Jawar Mohammed Jechuun Gaara gaarri hin jigu yeroo kamuu warri waccu haa iyyitu malee Osomaa Mortuun mortu hora abbaan horu Haasawa Namoota tokko tokkotu Na gaaramu jira!!

Haaji Jawar Mohammed 🌹🤝🦁
26/07/2026

Haaji Jawar Mohammed 🌹🤝🦁

Kiyyaan Diqaalaan Sabboonaa Of fakkeessu kuni Maal Barbaade Jawar Mohammed bira Kutee hawaasa   bal'aa tuqaa jira hawaas...
22/07/2026

Kiyyaan Diqaalaan Sabboonaa Of fakkeessu kuni Maal Barbaade Jawar Mohammed bira Kutee hawaasa bal'aa tuqaa jira hawaasni Arsii K**a gaafa lubbuu isaa baasu ka'anii lubbuu isaa Baraare du'a irraa Gadhee Qorii keessa Nyaatetti Deebite Udaa***ntu Kanaan durallee Gaafa ijoolleen Saudi Arabia 🇸🇦 keessatti wal lolte isatu Ficcisiisa turee Ammas Walitti Buusuf jecha kana fayyadamee laaqaa akkatti Wanti mataan fayyaa hin qabne kuni Arrabsoo Inni Akkasitti fayyadamee Jawar arrabsu san isaami ijoolleen xixiqqoon hin jettu Namni Aadaf safuuf Duudhan guddate Namaa hin arrabsu Namni haadhaf abbaa kabajaa qabu irraa dhalate Haadha namaa hin arrabsu Maalumaaf Waan arge Laaqa akkatti Jawar yoo siyaasaaf kaayyoo isaa Jibbe afaan ofii cufatee hin taa'uu kan saniin alaa Maaltu Jawaarif ummata Arsii arraba Geesse😠🙃😏 Gosa qabaa laata maraata isaa Abbatu hidhataa nurraa hidhaa hinaafatu maraacha jiraa "Aduwwiin yoo waan nama gootu Wallaalte gara qilleensa gortee namatti dhuufti Jedhan"🤸🤸‍♂️🤸‍♀️ Kadiijaa martuu😏


02/06/2026

moha 💥:Prompt:
Create a high-end professional studio portrait using the uploaded photo while keeping the original face, skin tone, and identity exactly the same. The subject should have an elegant modern Oromo/Oromo OLA aesthetic with a luxury cinematic portrait style.
For women:
- Dress the subject in a flowing black shiny hijab and elegant abaya with subtle sparkling details.
- Add soft silky blue-purple patterned fabric at the lower part for a stylish luxury look.
- The subject should pose gracefully with one hand near the chin or softly holding the Oromo OLA flag.
- Add a large Oromo OLA flag wrapped around the shoulder/body exactly like a confident patriotic portrait.
- Include realistic fabric folds and natural flag movement.
- Add a Oromo OLA flag wristband or subtle patriotic accessories.
For men:
- Dress the subject in a fitted black luxury suit with a clean white shirt and elegant modern styling.
- Add the Oromo OLA flag draped over the shoulder or held proudly in a stylish cinematic way.
Background & Lighting:
- Use a soft blue luxury studio background with vertical panel textures or curtain-style walls.
- Add cinematic studio lighting with soft shadows and smooth skin tones.
- Subject should be centered and seated comfortably on a modern white sofa/chair.
- Keep a calm, confident, elegant expression.
- Use realistic DSLR quality, ultra-sharp focus, soft skin retouching, realistic hands, and natural proportions.
Add small “Sadiiq moha” signature in the left corner.
Style:
- Professional Oromo/Oromo OLA studio photography
- Elegant, modern, patriotic luxury portrait
- Cool blue cinematic color grading
- High-resolution realistic quality
- 85mm portrait lens look
- Soft depth of field
- Instagram/TikTok premium portrait aesthetic
- Luxury Rahim Studio style photography

Address

Yemen �
Khadarah

Telephone

+967738796211

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ismaa'il ilma sabaa Arsii Jajuu Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share