Barsistuu Afaan oromoo

  • Home
  • Barsistuu Afaan oromoo

Barsistuu Afaan oromoo well come to barsistuu page. kotta mamilaa kenyaa tayaa hiriyottan kessanis invite godha. yoo rabbii fedhe waa bayye asirra barattuu.

Gaafa lubbuu ofiif    Hunduu tattaafatu....Abbaadhaa fi ilmii    Maatiin wal baqatuu....Uummatii ummatii   Jedhee naaf w...
09/11/2024

Gaafa lubbuu ofiif
Hunduu tattaafatu....
Abbaadhaa fi ilmii
Maatiin wal baqatuu....

Uummatii ummatii
Jedhee naaf waywaatu...
Nagayaaf rahmanni
Sirra haa jiraatuu....
Fidaakaa nafsii yaa habibillah

صلى الله عليه وسلم
اللهم صل وسلم على محمد وعلى آله وصحبه أجمعين...

•┈┈• ❀°•🌹•°❀•┈┈• ﷺ❤️✍️

Yaadachisaa jum'aa  friday reminder.Ergaman rabbii ﷺ akkana ja'an "irra caalaan guyyaan aduun kessati baate guyya jum'aa...
04/10/2024

Yaadachisaa jum'aa friday reminder.

Ergaman rabbii ﷺ akkana ja'an
"irra caalaan guyyaan aduun kessati baate
guyya jum'aati,"

Guyyan ju'maa guyyaa abbaan kenya
Aadam uumame.

Guyya jum'aa guyya abban kenya AADAM
jannata seensifame.

Akkasuma guyya jummaa jannata kessa baafame. ammas guyyuma jumma qiyaaman dhaabbatti ja'e" salawaatu rabbii wa salaamu Aleyhi

اَللَّهُمَّ صَلِّ عَلَى مُحَمَّدٍ وَعَلَى آلِ مُحَمَّدٍ وَسَلِّم!!

19/09/2024

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barsistuu Afaan oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share