Murtii page

Murtii page Assalamu-Aleykum🤝
Ummata

✍️

20/09/2025
Great News!!Yeroo ammaa Yuuniversiitii Islaamaa Minisootaa (Islamic University minnesota) damee Finfinnee irraa Sheekkoo...
14/08/2025

Great News!!

Yeroo ammaa Yuuniversiitii Islaamaa Minisootaa (Islamic University minnesota) damee Finfinnee irraa Sheekkoonni hedduun eebbifamaniiru!! Lammiin barate mirga isaa Amantaa fi ummataas akka kabajamu godhaati Addunyaa jaarraa 21ffaa waliin deema! Akkasumaas sheekkoonni Ulamaa'iin gara barnootaan jabaachuun nama gammachiisa!! Warri eebbifamtan hundi baga gammaddan isiniin jachuun barbaada!!

Congratulations 🎊 💯😍👇

https://youtu.be/JyVpuGsfQ6E?si=BWzjWAWlUxu4pTF1

Beautiful cabin crewScarlett Johansson &                      █▓▒F░O░L░L░O░W▒▓ ┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯...
14/08/2025

Beautiful cabin crew
Scarlett Johansson &





















█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓

Abbaa qabeenyaa beekkamaa, Miliyoonara, Biliyoonara taatuus wallaahi Galata Haadha teetii galchuu fixu hin dandeeysu!Haa...
13/08/2025

Abbaa qabeenyaa beekkamaa, Miliyoonara, Biliyoonara taatuus wallaahi Galata Haadha teetii galchuu fixu hin dandeeysu!

Haati tee kennaa guddoo (greatest gift) Rabbiin siif kanneedha. Yoo lubbuun jiraatte Rabbi Umrii siif haa dheereeysu!
Yoo qabrii keessa jiraatte qabrii caffee Jannataa Rabbi haa godhuuf!

12/08/2025

Garii yaddun amalla kee tolchaa hubadhu

05/07/2025

Lubbu fi qabeenyaa ofi caalaa Raasulla jaalachun dirqama Muslimti ۝ﷺ🖤
Salawata iratii busii zjk

Address

Riyadh
FARAHAN

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Murtii page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Murtii page:

Share