01/04/2025
Biqiltuu Asaangiraa (Banjii) – Qoricha Cimaa Uumamaa. Akkaataa Fayyadama Isaa Wajjiin
Biqiltuun Asaangiraa (Banjii) qoricha uumamaa cimaadha. Dhukkuboota daawaan hin qabne hedduu yaaluun, nama hedduu fayyisa. Humni isaa garmalee cimaa waan ta’eef namoonni gariin "Nama macheessa" jedhu. Kun dogoggora! Banjii nama hin macheessu
Garuu nama joonjessuu danda'a, akkasumas yeroo dheeraaf nama joonjessa akkasumas dhukkuboota hedduu irraa nama fayyisa!
Mee Faayidaalee isii irraa muraasa haa ilaalluu...
Hubchiisa: Biqiltuu kana of-eeggannoo malee fayyadamuun hin ta'u. Akkaataa fayyadama isaa Toora telegraama gara dhumaatti isiniif maxxansinu sana join godhaa dubbisaa!
Faayidaa Asaangiraa
1. Gaggabdoo Sammuu fi Onnee Fayyisuuf
Oksijiinii qulqulleessa, seelii sammuu fi qaama keessaa rakkisu sirreessa.
Gaggabdoo sammuu fi onnee wajjin walqabatu salphisa.
2. Dhukkuba Onnee fi Rukuttaa Onnee Fayyisuuf
Dhukkuba onnee waggaa tokko keessatti lubbuu namoota miliyoona 18 galaafatuuf qoricha cimaadha!
Hiddoonni onnee dhiiga gara qaamaatti raabsan yoo dhiphatan, bal’isuun dhiiga sirnaan raabsuu gargaara.
Rukuttaa onnee daangaa darbee sirreessa.
3. Hirriba Dhabuu fi Jeeqama Sammuu Fayyisuuf
Nama hirriba dhabuuf qoricha cimaadha.
Hirriba gaarii fi boqonnaa guutuu namaaf kenna.
Nama hirribni rakkise %100 sirreessa.
4. Rakkoo Garaachaa fi Baakteeriyaa Keessaa Qulqulleessuuf
Baakteeriyaa garaachaa fi dhangala'aa summii (Aciidii) garaagaraa qulqulleessa.
Ciniinnaa garaachaa daqiiqaa muraasa keessatti sirreessa.
Dhukkuba garaachaa maaliin akka dhufe hin beekamne fayyisa.
5. Dhukkuba Sombaa fi Ujummoo Qilleensaa Fayyisuuf
Infeekshinii ujummoo qilleensaa fi sombaa sirriitti yaala.
Asmii fi daranyoo sombaa (Chronic bronchitis) sirreessa.
Qufaa gogaa fi qufaa yeroo dheeraa ture fayyisa.
6. Dhukkuba Sihirii Falfalaa fi Ija Namaatiif
Dhukkuba sihirii falfalaa, budaa fi ija namaa (ayin haraam) furuuf filatamaadha.
7. Rifeensa Mataa Fayyisuuf
Rifeensa mataa akka hin harcaane taasisa.
Rifeensa du'ee dhume deebisee biqilchuu danda'a.
Dhukkuboota rifeensa waliin walqabatan fayyisa.
Xumura
Biqiltuun Asaangiraa (Banjii) qoricha uumamaa nama fayyisuudha, nama hin macheessu! Dhukkuboota ciccimoo hedduu yeroo gabaabaa keessatti fayyisuun, jireenya fayyaa guutuu fi naga’aa namaaf kenna.
⚡ Cuunfaa Dubbii
✔️ Gaggabdoo sammuu fi onnee sirreessa
✔️ Hiddoonni dhiiga dhiphatan bal’isuun, onnee eeguu danda’a
✔️ Hirriba gaarii kenna, jeequmsa sammuu sirreessa
✔️ Dhukkuboota garaachaa fi sombaa qulqulleessa
✔️ Dhukkuba sihirii falfalaa fi budaa furuuf gargaara
✔️ Rifeensa mataa fayyisuun, buqqa’uu irraa eegaa
Garuu Akkaata itti fayyadama isii sirritti beekuun barbaachisaadha.
Fayyadamuun dura numariisisaa
Haala itti fayyadamaa!
Telegrama join godhaa Fayyadamaa!
https://t.me/BokkuuMedia