Maruf Mohammed

Maruf Mohammed Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Maruf Mohammed, Adis.

03/02/2026
03/02/2026
03/02/2026

ANAA GADi LAFA....
-------------------------------
Samiirra olbahee hin geenye fagoorra..
Gadi utaalee hin kufu ijaaree gamoorra..
Gaardiidhaan hin deemu akka jeneraalaa
Gareef ganda hin qabu ani federala..!

Federaala oromoo, habaabilee doonjoo
Lafumarran jira viillaa dhabus DOONJOO
Nan dhiibin nan darbin, gochii akkasi fafaa
Darbattees maal goota anaan gadiiwo lafaa..!!

Eeyyee ,
Anaa Gadi Lafa coqorsaaf Margaa koo qofatu jira beekteee..?
Eeyyee,
Wanta hafetu hafa, hin cabsin mirga koo, coqorsa koo dhiittee
Marga koo rirriittee. ...

Dhugaa kankoo dhugi habbuuqqadhu darbi
Yaada kee yaadachuuf sassabbadhu qalbii
Ragaa hin qabu jettee nan dhorkin tasgabbii..
Kan nuu jalaa lafa kan nu gubbaa Rabbii...

Buzex Boharsa, 2026

03/02/2026

Address

Adis
5993

Telephone

+966594589030

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maruf Mohammed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share