mabrati_ayano

mabrati_ayano Individual

09/30/2024

Celebrating my 4th year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

I have reached 11K followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. 🙏🤗🎉
06/28/2024

I have reached 11K followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. 🙏🤗🎉

04/25/2024
02/03/2024

Always Believe in your self!!
you Can Do it!
No matter how hard it’s
You Got it..it’s seems Darker
But the Sun ☀️ will shine ✨ on the right time.

Yes
12/29/2023

Yes

and do not forget: you are stronger than you think, and the future holds good things for you. Your coach, Brendon.

#2024

True thought
12/29/2023

True thought

11/28/2022

Ati si’achi hin qanooftuutii hin soodatin!.Isayas 54:4

07/28/2022

Hero keenya

😘😘😘
07/02/2022

😘😘😘

06/01/2022

Firoomanii shirkoomu!

Namticha araada qabu tokko tu hiriyaa isaa araada qabu kan biraa wajjin beellama qabatee dursee achi ga’ee taa’ee eegaa jira. Namni kan biraan tokko immoo iddoodhuma sana taa’ee waa dubbisaa waas alalfata ture. Achumaan itti siqee hamma hiriyaan isaa dhufuufiitti yeroo wajjin dabarsuu barbaade. Maqaa gaafatee wal baree “Hiriyaa qabdaa?” Jedheen. Namtichi deebisee “Dhiira moo dhalaa?” Jedheen. Achii “Lakkii dhiiruman jedhe” jedheen. Innis “Ani illee lachuu iyyuu hin qabu gaaffiidhuma kee qulqulleeffachuuf malee” jedheeni. Sanumaan “maali nama gaarii fakkaatta attamitti hiriyaa dhabee” jedheen. Innis deebisee “Hundumtuu gaafa jalqaba na argan akkumakee kana naan jedhu, achii natti dhiyaachuuf waa meeqa ta’u, ega walitti dhiyaannee booda garuu ni badu” ittiin jedhe. “Maal amala badaa qabda jechuu dha moo?” Jedheen. Innis “lakkii amala badaa hin qabu, garuu waan isaan ana irraa barbaadanis immoo hin qabu” ittiin jedhe. Namtichi bitaa isa galee “maal jechuu dhaa!” Jedhee gaafate. Innis “yoo xiqqoo nabira turte Atumtuu ofiif deebifta”jedheen. Namtichis xiqqoo akka usuu ta’ee..”hey obbole sigaaraa qabdaa?” Jedheen. Innis “lakkii hin qabu” jedheen. Achii xiqqoo turee “feestaala sana keessa kan jiru caatii dha moo?” Jedhee gaafate. Innis “lakkii baala Warqee ti galee ittiin daabboo tolchuuf jedheen ammuma argee bitadhe” jedheen. Achii “daabboo ofii tolfattaa?” Jedhee itti kolfe. Inni immoo “waanan ofii nyaadhu eenyu akka naaf tolchu yaaddee?” Jedheen. Innoo dubbicha moggaatti qabee “araada qabdaa” jedheen. Jennaan “Eeyyee” jedheen. Achii baay’ee gammadee “maarree manni gaariin tokko jira hiriyaan koos waan hafe fakkaata wajjin deemnee shaashaa goona kaa” jedheen. Namtichis “library dhaa?” Jedheen. Innis aaree “ biyya keessanii immoo library keessatti qaamuu?” Jedhee itti kolfe. Namtichis “ahaa Maarree akka achitti qaraanuuf mitii kan achi nuuf tuulan?” Jedheen. Achii “waa’ee maalii odeessitaa ani caatii jechuu kootiim” jedheen. Inni immoo deebisee “akkasimoo ani immoo waa’ee kitaabaan odeessaam. Suusii qaba kanan siin Jedhes suusii dubbisuu ti” ittiin jedhe. Namtichi baay’ee aaree“dhuguma iyyuu ati waan namaaf ta’u hin qabdu” jedhee dhiisee sokke. Namooni dhiigaan firoomu, amalaan immoo michoomu. “Wal fakkaattiin wal barbaaddi” jedha Oromoon. “Michuun Cuquliisaa Sabaliisa” jette Kumashii Abboomaa. Yeroo tokko tokko namoonni baay’ee wal jibban michuu ta’aniin arga. Edaa amala tokko qabu. Warri baay’ee hamii jaalatan warruma akka isaanii barbaaddatu, inaaftuun inaaftuu barbaaddi, sobduunis sobduu barbaaddi, ..,.,Hundumtuu akka wal fakkaatutti…wal jaalatee immoo utuu hin taane wanti isaan jaalatan tokko waan ta’eef shirkoomu. Kun gulaallii koo ti. Yaada keessan immoo kennaa.
Galatoomaa 🙏

Address

Dallas, TX

Telephone

+19725136667

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when mabrati_ayano posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to mabrati_ayano:

Share